LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Ebla ful. 3
  • Yihowaan Ilaalchaa fi Amala Keessan Akka Sirreessu Heyyamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Ilaalchaa fi Amala Keessan Akka Sirreessu Heyyamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Akka Suphe Dhooftuutti Akka Nu Tolchu Hubachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Adabni Yihowaa Akka Isin Tolchu Heyyamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Suphe Dhooftuun Inni Guddaan Akka Isin Tolchu Ni Heyyamtuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Addaa
    Tajaajila Mootummaa—2007
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Ebla ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 17-21

Yihowaan Ilaalchaa fi Amala Keessan Akka Sirreessu Heyyamaa

Namni suphee dhaʼu tokko yommuu dhoqqee suphee tottolchu

Yihowaan akka si sirreessu heyyami

18:1-11

  • Yihowaan gorsa kennuudhaan ykn adabaan amalli keenya akka fooyyaʼu godha

  • Kan ajajamnuu fi salphaatti jijjiiramuuf kan qophoofne taʼuu qabna

  • Yihowaan wanta kam iyyuu fedha keenyaan ala akka raawwannu nu hin dirqisiisu

Namni suphee dhaʼu haala itti suphicha tolchu ilaalchisee yaada isaa jijjiiruu ni dandaʼa

  • Yihowaan mirga filannaa waan nuu kenneef, sirreeffama inni nuuf kennu fudhachuus taʼe diduu ni dandeenya

  • Yihowaan qajeelfama inni isaaniif kennuuf deebii namoonni kennan irratti hundaaʼee haala itti isaan qabu irratti jijjiirama godha

    Suphee Dhaʼaa isa Guddichaan bocni akka isatti baafamuuf, obboleessi tokko jaarsolii lama dhiisee yommuu deemuu fi booda immoo deebiʼee yommuu isaanii wajjin dubbatu

Yihowaan akka na sirreessu kanan barbaadu karaawwan kamiini?

KANA BEEKTAA?

Okkotee suphee caccabaa tokko bira jiru

Bara duriitti dhoqqeen suphee salphaatti argama ture. Supheen tokko jiidhaa yoo taʼe laafaa waan taʼeef boca itti baasuun nama hin rakkisu; boca itti baafame qabatee turuus ni dandaʼa. Haa taʼu malee, supheen erga ibiddaan gubamee boodas miʼa jabina qabu miti.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi