LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 3
  • Wanti Yihowaan Dubbate Hundi ni Raawwatama

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wanti Yihowaan Dubbate Hundi ni Raawwatama
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 51-52

Wanti Yihowaan Dubbate Hundi ni Raawwatama

Yihowaan wantoota gara fuulduraatti raawwataman sirriitti dubbateera

Abbaa xiyyaa abbaa taayitaa warra Faares

Abbaa xiyyaa abbaa taayitaa warra Faares

“Xiyya keessan qaradhaa”

51:11, 28

  • Warri Medoonii fi warri Faares xiyya darbachuudhaan kan beekaman siʼa taʼu, iddaa isaanii akka meeshaa waraanaa isa guddaatti itti fayyadamu turan. Xiyya isaanii kan qaratanis, guutummaatti uree akka keessa seenu gochuufi

‘Loltoonni Baabilon loluu dhiisaniiru’

51:30

  • Galmeen Naabooniidas Kiroonikil jedhamu, “Raayyaan waraanaa Qiiros waraana malee gara Baabilonitti seene” jedheera. Kana jechuun walitti buʼiinsa tokko malee jechuu siʼa taʼu, kun immoo raajii Ermiyaas dubbatee wajjin kan wal simu dha

Seenaa Baraa Naabooniidas

Seenaa Baraa Naabooniidas

‘Baabilon diigamtee in tuulamti; hamma bara baraattis ontee hafti’

51:37, 62

  • Dhaloota Kiristoos Dura bara 539 jalqabee Baabilon ulfina ishii dhabaa deemte. Aleeksaandar Guddichi, Baabiloniin magaalaa isaa ishii guddoo akka taatu gochuu kan barbaade taʼus, inni akkuma tasaa duʼe. Jalqaba yeroo Kiristiyaanummaan hundaaʼee fi hawaasni Yihudootaa achi turetti, Pheexiros ergamaan Baabiloniin daawwachuu akka qabu itti dhagaʼamee ture. Haa taʼu malee, Dh.K.B. jaarraa arfaffaatti magaalattiin kan onte yommuu taʼu, suutuma suutas guutummaatti balleeffamteetti

    Duraa duuba yeroo Baabilon injifatamuu ishii, duʼa Aleeksaandar Guddichaa, yeroo Pheexiros Baabilon keessa itti turee fi Baabilon guutummaatti itti balleeffamte argisiisu

Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu raawwatamuun isaanii, jireenya koo irratti jijjiirama fiduu kan qabu akkamitti?

Warra kaan barsiisuuf raajiiwwan kanatti fayyadamuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi