LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 6
  • Badiisa Irraa Ooluuf Mallattoon Sitti Ni Godhamaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Badiisa Irraa Ooluuf Mallattoon Sitti Ni Godhamaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • ‘Adda Isaanii Irratti Mallattoo Godhi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Gadduu fi Aaduu, Mallattoo Gochuu, Ajjeesuu—Yoomii fi Akkamitti?
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQIʼEL 6-10

Badiisa Irraa Ooluuf Mallattoon Sitti ni Godhamaa?

Mulʼanni Hisqiʼel arge jalqaba irratti raawwii isaa kan argate yommuu Yerusaalem ishiin durii balleeffamtetti dha. Bara keenyatti hoo raawwii isaa kan argate akkamitti?

9:1, 2

  • Namichi qalamii ittiin caafan qabate Yesuus Kiristoosiin argisiisa

  • Namoonni miʼa waraanaa ittiin balleessan qabatan jaʼan immoo, raayyaa samii Kiristoos geggeessaa isaanii taʼe argisiisa

Namichi tokko adda isaa irratti mallattoon godhamaafii jira; dhiironni jaʼa meeshaa ittiin caccabsan qabatanii

9:3-7

  • Tuutni guddaan yeroo rakkina guddaatti hoolota akka taʼan yommuu isaaniif murteeffamu mallattoon isaan irratti ni godhama

Yesuus maleekaa tokkoof yeroo ajaja kennu

Badiisa irraa ooluuf mallattoon akka natti godhamuuf tarkaanfii akkamii fudhachuun qaba?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi