WAXABAJJII 26–ADOOLESSA 2
HISQIʼEL 6-10
Faarfannaa 58 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Badiisa Irraa Ooluuf Mallattoon Sitti ni Godhamaa?”: (Daq. 10)
His 9:1, 2—Mulʼanni Hisqiʼel arge barumsa gaarii nuuf qabateera (w16.06 16-17)
His 9:3, 4—Namoonni hojii lallabaa keenya dhagaʼanii tarkaanfii fudhatan, guyyaa firdii keessaa yeroo taʼe tokkotti badiisa irraa akka oolaniif mallattoon itti godhama
His 9:5-7—Yihowaan qajeelota hamootaa wajjin hin balleessu
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 7:19—Caqasni kun gara fuulduraatiif akka qophoofnu kan nu gargaaru akkamitti? (w09 9/15 23 key. 10)
His 8:12—Caqasni kun amantii dhabuun dogoggora raawwachuutti akka geessuu kan argisiisu akkamitti? (w11 4/15 26 key. 14)
Dubbisi Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 8:1-12
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Mul 4:11—Dhugaa Barsiisaa.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 11:5; 2Qo 7:1—Dhugaa Barsiisaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 127 key. 4-5—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ulaagaa Yihowaan Naamusaaf Baase Eegaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Dhiira Tokkoo fi Dubartii Tokko jedhamu taphachiisi (IJOOLLEE jalaa ilaali).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 8 key. 1-7 fi saanduqa “Misiraachicha Afaan 670 Oliin Lallabuu”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 70 fi Kadhannaa