LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 3
  • Yihowaan Saba Isa hin Waaqeffanne Tokko Badhaaseera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Saba Isa hin Waaqeffanne Tokko Badhaaseera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Warra Cimsanii Isa Barbaaddataniif Gatii Isaanii ni Kenna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Raajiin Xiirosiin Ilaalchisee Dubbatame Amantii Dubbii Yihowaa Irratti Qabnu Nuu Jabeessa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Saboonni “Ani Yihowaa Taʼuu Koo Dhugumaan ni Hubatu”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 28-31

Yihowaan Saba Isa hin Waaqeffanne Tokko Badhaaseera

29:18-20

Yihowaan sabni isa hin waaqeffanne tokko fedha isaa waan raawwateef kan isa badhaase erga taʼee, hojii tajaajiltoonni isaa amanamoon raawwataniif bakka guddaa akka kennu homaa hin shakkisiisu!

WANTA BAABILONONNI RAAWWATAN

Xiirositti marsuu

Loltoonni Baabiloon Xiirositti marsanii

GOCHA KOO

Karaa hafuuraa qabsoo akkamii gochaan jira?

AARSAA WARRI BAABILON KAFFALAN

  • Warri Baabilon waggaa 13f Xiirositti marsanii turuun isaanii aarsaa hedduu isaan gaafateera

    Waggaa 13f Xiirositti marsanii turuun isaanii aarsaa hedduu isaan gaafateera

  • Aarsaan warri Baabiloon godhan loltoota isaanii irra rakkina hedduu geessiseera

    Loltoota Baabilon irra miidhaa hedduun gaʼeera

  • Aarsaan warri Baabilon gatii dadhabbii isaanii isaaniif hin argamsiisne

    Baabilononni gatii dadhabbii isaanii hin arganne

AARSAA ANI KAFFALE

Yihowaa tajaajiluuf aarsaa akkamii kaffaleera?

YIHOWAAN WARRA BAABILON KAN BADHAASE AKKAMITTI?

Yihowaan qabeenya warra Gibxii akka saaman heyyameera

Saanduqa miʼi gati guddaa qabu keessa jiru

BADHAASA ANI YIHOWAA IRRAA ARGADHU

Yihowaan akkamitti na badhaasa?

Bakka duwwaa kennametti caqasoonni kun eessaa akka fudhataman barreessi.

  • Rut 2:12

  • Mil 3:16

  • Ibr 6:10

  • “Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala isin maqaa isaatiif argisiistan hin irraanfatu.”

  • “Gocha keetiif Waaqayyo waan gaarii siif haa deebisu, gatiin kees Waaqayyo . . . biraa waan gaariidhaan siif haa guutu!”

  • “Macaafni seenaa waaʼee warra [Yihowaa] sodaatanii fi warra maqaa isaatiif ulfina kennanii, fuula isaa duratti caafameera.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi