LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 8
  • Dhiheenyatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Kanan Dandaʼu Yoomi?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhiheenyatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Kanan Dandaʼu Yoomi?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Galma Gaarii Waggaa Tajaajilaa Isa Haaraadhaaf Baafachuu Dandeessu
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Carraawwan Dabalataa Yihowaadhaaf Galata Galchuuf Nu Gargaaran
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Hojii Yihowaa Isa Jajamaa Labsaa
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Hirmaannaa Tajaajilarratti Gootan Guddifachuuf Karoora Baafadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dhiheenyatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Kanan Dandaʼu Yoomi?

Mulʼanni Hisqiʼel mana qulqullummaa ilaalchisee arge, sabni Yihowaa fedhiidhaan aarsaa akka dhiheessan argisiisa. Aarsaa galataa dhiheessuudhaan gaʼee mataa keenyaa raawwachuu kan dandeenyu akkamitti?—Ibr 13:15, 16.

Karaa gaariin kana itti gochuu dandeenyu keessaa inni tokko qajeelchaa gargaaraa taʼanii tajaajiluu dha. Waggaa tajaajilaa bara 2018⁠ttitti, jiʼoonni Sanbadduraa shanii fi Dilbata shan qaban hedduu dha. Kun immoo keessumaa obboloota yeroo baayʼee guyyaa guutuu hojii mindeeffamanii hojjetaniif yeroo baayʼee Sanbadduraa fi Dilbata qofa tajaajilaniif mijataa dha. Kana malees, jiʼoota Bitootessaa fi Eblaatti, akkasumas jiʼa daawwataan ol aanaa aanaa gumicha daawwatutti babalʼistoota saʼaatii 30 fi 50 keessaa filatanii qajeelchaa gargaara taʼanii tajaajiluu barbaadaniif mijataa dha.

Haalli keenya qajeelchaa gargaaraa taʼuuf nuuf hin heyyamu yoo taʼe hoo? Qulqullina tajaajila keenyaa fooyyessuu ykn immoo saʼaatii tajaajila irratti dabarsinu guddisuu ni dandeenya. Haalli keenya maal iyyuu yoo taʼe jaalalli Yihowaadhaaf qabnu waggaa tajaajilaa bara 2018⁠tti wanta qabnu keessaa isa hunda irra caalu akka isaaf kenninu akka nu kakaasu hawwii keenya dha!—Hos 14:2.

Saabiinaa Harnaandeez afaan ishiitiin qalama qabatee foormii qajeelchaa gargaaraa guutaa jirti

Akka Saabiinaa Arnaandeez hinaaffaa argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

VIIDIYOO GARGAARSA YIHOWAATIIN WANTA HUNDA GOCHUU NAN DANDAʼA JEDHAMU ILAALI; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADIITIIF DEEBII KENNI:

  • Saabiinaan sochii tajaajila Yihowaa irratti gootu akka guddifattu kan ishii kakaase maali dha?

  • Fakkeenyi Saabiinaa siin kan si jajjabeessu akkamitti?

  • Waggaa tajaajilaa bara 2018⁠tti qajeelchaa gargaaraa taatee tajaajiluuf kan yaadde jiʼoottan warra kamitti dha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi