BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOSE’AA 8-14
Wanta Qabdu Keessaa Isa Caalu Yihowaadhaaf Kenni
Wanta qabdu keessaa isa caalu Yihowaadhaaf kennuun kee isa ni gammachiisa, siifis eebba argamsiisa
HARIIROO YIHOWAA WAJJIN QABDU
Yihowaadhaaf aarsaawwan galataa ni dhiheessita
Yihowaan dhiifama siif godha, fudhatama akka argattu godha, akkasumas michuu isaa si godhata
Eebba ajajawwan Yihowaa hojii irra oolchuun qabu ni argita, fedhiin isa galateeffachuuf qabdus ni guddata
Wantan qabu keessaa isa hunda caalu Yihowaadhaaf kennuu kanan dandaʼu karaa kamiini?