LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Onkoloolessa ful. 8
  • “Ilmaan Keessanii fi Intaloonni Keessan Raajii in Dubbatu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Ilmaan Keessanii fi Intaloonni Keessan Raajii in Dubbatu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Nuti Isinii Wajjin Deemna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Maqaa Waaqayyoo
    Dammaqaa!—2017
  • “Hafuurichi Ofii Isaa Hafuura Keenyaa Wajjin Taʼee Dhugaa Baʼa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Onkoloolessa ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YO’EL 1-3

“Ilmaan Keessanii fi Intaloonni Keessan Raajii in Dubbatu”

2:28, 29

Kiristiyaanonni dibamoon hojii raajii dubbachuu irratti ni hirmaatu. Waaʼee “hojiiwwan Waaqayyoo warra guguddaa” ni dubbatu, akkasumas ‘misiraachoo Mootummichaa’ ni lallabu. (HoE 2:11, 17-21; Mat 24:14) Hoolonni kan biraanis isaan deggeruudhaan hojii kana irratti ni hirmaatu

Guyyaa Phenxeqosxee Kiristiyaanonni dibamoon namoota sanyii gara garaa keessaa dhufanitti ‘misiraachoo Mootummichaa’ himuudhaan “raajii” dubbachaa turan

2:32

‘Maqaa (Yihowaa) waammachuu’ jechuun maal jechuu dha?

  • Maqicha beekuu

  • Maqichaaf ulfina kennuu

  • Qaama maqaa kanaan waamamutti amanamuu

Akkana jedhaa of gaafadhaa, ‘Hojii Kiristiyaanonni dibamoon raajii dubbachuudhaan raawwatan deggeruu kanan dandaʼu Akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi