LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 6
  • Yesuus Namoota ni Jaallata Ture

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Namoota ni Jaallata Ture
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 6
Yesuus nama dhukkuba nadaayiitiin qabame yommuu fayyisu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 8-9

Yesuus Namoota ni Jaallata Ture

Maatewos boqonnaa 8 fi 9 hamma tokko tajaajila Yesuus naannoo Galiilaa keessatti raawwate ibsa. Yesuus yommuu namoota fayyisaa ture, humna isaa argisiiseera; hunda caalaa garuu warra kaaniif jaalala guddaa fi gara laafina akka qabu argisiiseera.

  1. Magaalota Galiilaa bakka Yesuus namoota itti fayyise

    Yesuus nama dhukkuba nadaayiitiin qabame tokko fayyiseera.—Mat 8:1-3

  2. Yesuus tajaajilaa ajajaa waraanaa tokko fayyiseera.—Mat 8:5-13

    Amaatii Pheexiros fayyiseera.—Mat 8:14, 15

    Jinniiwwan baaseera, namoota jinniiwwaniin dhiphachaa turanis fayyiseera.—Mat 8:16, 17

  3. Yesuus jinniiwwan garmalee hamoo taʼan baasee hoomaa booyyeetti akka galan godheera.—Mat 8:28-32

  4. Yesuus nama lamshaaʼe tokko fayyiseera.—Mat 9:1-8

    Dubartii uffata isaa tuqxe tokko fayyiseera, akkasumas intala Yaayiros duʼaa kaaseera.—Mat 9:18-26

    Nama jaamaa taʼe tokkoo fi nama arrabni isaa hidhame tokko fayyiseera.—Mat 9:27-34

  5. Yesuus dhukkuba gosa hundumaa fi dhibee gosa hundumaa fayyisaa magaalotaa fi gandeen hunda keessa naannaʼe.—Mat 9:35, 36

Namoota anaa wajjin jiraniitti caalaatti jaalalaa fi gara laafina argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi