LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 4
  • “Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namoonni kan Dhukkubsatan Maaliifi?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • “Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
  • Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Waaqayyo Dhiifama Naa Godhaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 4
Yesuus teessoo isaa isa samii irra taaʼee

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 1-2

“Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”

2:5-12

Namoonni baaxii manaa bananii nama lamshaaʼe tokko gara Yesuusitti yeroo dhiheessan

Dinqii kana irraa maal baranna?

  • Dhukkubni cubbuu dhaallee wajjin kan wal qabatu dha

  • Yesuus dhiifama cubbuu gochuu aangoo qaba; akkasumas namoota dhukkubsatan fayyisuuf humna qaba

  • Yesuus Mootummicha jalatti cubbuu fi dhukkuba bara baraaf ni balleessa

Yeroon dhukkubsadhutti Maarqos 2:5-12 jabaadhee dhaabbachuuf kan na gargaaru akkamitti?

Namni arguu hin dandeenye yeroo argu; namni naafa ture wiilcharii isaa dhiisee yommuu kaʼu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi