LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 2
  • Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Jireenya Lafa Irra Jiru kan Uume Yihowaa Dha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Cubbuun Kee Siif Dhiifameera”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Dinqiiwwan Dhiheenyatti Raawwataman
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 1-2

Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate

2:1-11

Dinqiin Yesuus jalqaba raawwate waaʼee eenyummaa isaa hubannaa guddaa nuuf kenna. Seenaan Kitaaba Qulqulluu kun wantoota armaan gadii ilaalchisee maal nu barsiisa?

  • Yesuus gammachuudhaaf ilaalcha madaalamaa qaba, michoota isaa wajjinis yeroo gammachiisaa dabarsa ture

  • Yesuus miira namootaatiif akka yaadu argisiiseera

  • Yesuus arjaa ture

Yesuus gaaniiwwan bishaaniin akka guutaman ajaje, itti gaafatamaan cidhaa wayinii dhandhame, achiis sababii wayinichaatiif dhirsa misirroo sana jaje
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi