LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Caamsaa ful. 6
  • Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2018-2019—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • ‘Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbadhaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa: Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?
  • Ija Jabinaan Lallabuudhaan Fakkeenya Yesus Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Caamsaa ful. 6
Intallii Israaʼel takka haadha manaa Naʼamaan wajjin yeroo haasoftu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara

Barachaa kan jirtu yoo taʼe, Dhugaa Baatuu Yihowaa akka taate dubbachuu fi dhugaa baʼuun si sodaachisee beekaa? Taanaan, waaʼee Yihowaa dubbachuuf ija jabina argachuu kan dandeessu akkamitti? (1Tas 2:2) Akkana gochuuf hoo sababiiwwan akkamii qabda? Viidiyoo Yihowaan Akka Ati hin Sodaanne Si Gargaara jedhamu erga ilaaltanii booda, gaaffilee kanaa gadii deebisuuf yaalaa:

  1. Soofiyaan Kitaaba Barsiisaa Guddicha Irraa Baradhu jedhamu Zooyeedhaaf yeroo kennitu; mucaan Dhugaa Baatuu taʼe tokko mucaa isa wajjin baratuuf kitaaba Gaaffiiwwan Dargaggootaa jedhamu yeroo isaaf dubbisu

    Fakkeenyi Kitaaba Qulqulluu Soofiyaan ija jabina akka argattu ishii gargaare isa kami?

  2. Sagantaan shaakalaa Soofiyaa kan fayyade akkamitti?

  3. Ijoollee sii wajjin barataniif dhugaa baʼuu kan qabdu maaliifi?

  4. Amma barumsa irra kan hin jirre taʼus, viidiyoo kana irraa maal baratte?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi