LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • Maree Fakkeenya Ta’u
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Ta’u
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 1
Maatiiwwan Dhugaa Baatotaa lammii adda addaa qabanii fi walgaʼii naannoo addaa Viyeenaa, Ostiriyaa keessatti godhame irratti argaman

Walgaʼii naannoo addaa Viyeenaa, Ostiriyaa keessatti godhame

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Hiriyoonni gaaʼelaa, gaaʼela isaanii cimsuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Efe 5:33

Yeroo Itti Aanuuf: Warri, ijoollee itti gaafatamummaan isaanitti dhagaʼamu guddisuu kan dandaʼan akkamitti?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Warri, ijoollee itti gaafatamummaan isaanitti dhagaʼamu guddisuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Fak 22:6

Yeroo Itti Aanuuf: Dargaggoonni rakkina irraa fagaachuu kan dandaʼan akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Dargaggoonni rakkina irraa fagaachuu kan dandaʼan akkamitti?

Caqasa: Fak 4:5, 6

Yeroo Itti Aanuuf: Ogummaa jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti nu gargaaru eessaa argachuu dandeenya?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi