Kooriyaa Kibbaatti karaa al idilee taʼeen yommuu dhugaa baʼan
Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Waaqayyo waaʼee namoota garaadhaa isa barbaadanii maaltu itti dhagaʼama?
Caqasa: 1Phe 5:6, 7
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo dhuunfaatti hangam xiyyeeffannaa nuuf kenna?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Waaqayyo dhuunfaatti hangam xiyyeeffannaa nuuf kenna?
Caqasa: Mat 10:29-31
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo akka nu hubatu akkamitti beekna?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Waaqayyo akka nu hubatu akkamitti beekna?
Caqasa: Far 139:1, 2, 4
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo nuuf yaaduun isaa kan nu fayyadu akkamitti?