LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 7
  • Amala gad of qabuu fi iddoo ofii beekuu akka Kiristoos argisiisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amala gad of qabuu fi iddoo ofii beekuu akka Kiristoos argisiisaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Gad of Qabuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • “Ani . . . Kanan Gad Of Qabu Dha”
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Amala Gad Of Qabuu fi Iddoo Ofii Beekuu Akka Kiristoos Argisiisaa

Yesuus barattoonni isaa akka ijoollee akka gad of qaban isaan barsiiseera

Yesuus namoota hanga harʼaatti jiraatan hundumaa kan caalu taʼus, Yihowaadhaaf ulfina kennuudhaan humna isaa akka beekuu fi akka gad of qabu argisiiseera. (Yoh 7:16-18) Karaa kan biraa immoo Seexanni Diyaabilos kan taʼe siʼa taʼu, kunis “maqaa balleessituu” jechuu dha. (Yoh 8:44) Fariisonni nama Masiihichatti amanu kam iyyuu waan tuffataniif, amala Seexanaa akka qaban isaan irraa mulʼateera. (Yoh 7:45-49) Gumii keessatti mirga ykn itti gaafatamummaa yommuu argannu fakkeenya Yesuus hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

VIIDIYOO, ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—HINAAFFAA FI OF JAJUU IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 1, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Aaron, Biiniyaamii fi Kaalebiin yommuu haasofsiisu koora akka qabu argisiiseera

    Aaron koora akka qabu kan argisiise akkamitti?

VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—HINAAFFAA FI OF JAJUU IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 2, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Aaron, Biiniyaamii fi Kaalebiin yommuu haasofsiisu akka gad of qabu argisiiseera

    Aaron amala gad of qabuu akka qabu kan argisiise akkamitti?

    Aaron, Biiniyaamii fi Kaalebiin kan jajjabeesse akkamitti?

VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—KOORAA FI AMALA SIRRII HIN TAANE IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 1, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Obboleessi keenya Guutaan Liyaatti yommuu dubbatu iddoo isaa utuu hin beekin hafeera

    Obboleessi keenya Guutaan iddoo isaa utuu hin beekin kan hafe akkamitti?

VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—KOORAA FI AMALA SIRRII HIN TAANE IRRAA FAGAADHAA, KUTAA 2, JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS QABXIIWWAN ARMAAN GADII IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Obboleessi keenya Guutaan Liyaatti yommuu dubbatu iddoo isaa akka beeku argisiiseera

    Obboleessi keenya Guutaan iddoo isaa akka beeku kan argisiise akkamitti?

    Fakkeenyi Obboleessa keenya Guutaa, Liyaa maal barsiise?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi