LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 8
  • Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Dhugaatti Gammadaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Dhugaatti Gammadaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Jaalalli . . . Jalʼinatti hin Gammadu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kottaa Waliin Haa Gammannu!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Sabni Yihowaa ‘Jalʼinarraa’ Ni Fagaatu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Jimaata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Dhugaatti Gammadaa

BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI? Fakkeenya Yesuus hordofuudhaan, kaayyoo Waaqayyoo ilaalchisee dhugaadhaaf dhugaa baʼuu qabna. (Yoh 18:37) Kana malees, addunyaa sobaa fi jalʼinaan guutame keessa kan jiraannu taʼus, Dhugaa wajjin gammaduu, wanta dhugaa taʼe dubbachuu fi wanta dhugaa taʼe hunda yaaduu qabna.—1Qo 13:6; Flp 4:8.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Hamii nama miidhu dhaggeeffachuu ykn babalʼisuu dhiisuuf murteessi.—1Tas 4:11

  • Rakkina nama kan biraa irra gaʼetti hin gammadin

  • Wanta gaarii nama jajjabeessutti gammadi

VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—DHUGAATTI GAMMADAA MALEE, JALʼINATTI HIN GAMMADINAA, JEDHU ILAALAA, ACHIIS GAAFFIWWAN ARMAAN GADII DEEBISAA:

  • Dibooraan ‘jalʼinatti kan gammadde’ akkamitti?

  • Siinan haasaa Dibooraa wajjin goote gara haasaa gaarii taʼetti kan jijjiirte akkamitti?

  • Wantoonni gaggaariin waaʼee isaanii haasaʼuu dandeenyu tokko tokko kamfaʼi?

Saaraan Dibooraatti dubbachaa jirti

Dhugaa wajjin gammadaa malee, jalʼinatti hin gammadinaa

FAKKEENYA KITAABA QULQULLUU IRRATTI XIINXALUU QABNU: Loox amala jalʼaa namoonni Sodoomii fi Gomoraa argisiisaniin kan kaʼe, yeroo hunda ni dhiphata ture.—2Ph 2:8.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jalʼinatti utuu hin taʼin, dhugaa wajjin akkan gammadu argisiisuu kanan dandaʼu karaawwan kamiini?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi