Jimaata
“Yeroo hunda Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebiʼeen dubbadha, Gammadaa!”—Filiphisiyus 4:4
GANAMA
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
3:30 Faarfannaa Lakk. 111 fi Kadhannaa
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Yihowaan “Waaqa Gammadaa” kan Taʼe Maaliifi? (1 Ximotewos 1:11)
4:15 SIMPOOZIYEMII: Gammachuu Argachuuf kan Nu Gargaaru Maali?
• Jireenya Salphaa (Lallaba 5:12)
• Qalbii Qulqulluu (Faarfannaa 19:8)
• Hojii Buʼa Qabeessa Taʼe (Lallaba 4:6; 1 Qorontos 15:58)
• Michummaa Dhugaa (Fakkeenya 18:24; 19:4, 6, 7)
5:05 Faarfannaa Lakk. 89 fi Beeksisa
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: “Yihowaan Akka Gammadan Isaan Godhe” (Izraa 1:1–6:22; Haagee 1:2-11; 2:3-9; Zakaariyaas 1:12-16; 2:7-9; 3:1, 2; 4:6, 7)
5:45 Gochawwan Fayyinaa Yihowaatti Gammadaa (Faarfannaa 9:14; 34:19; 67:1, 2; Isaayaas 12:2)
6:15 Faarfannaa Lakk. 148 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
7:30 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
7:40 Faarfannaa Lakk. 131
7:45 SIMPOOZIYEMII: Maatii Keessan Keessatti Gammachuu Horadhaa
• Abbootiin Manaa, Haadhotii Manaa Keessanitti Gammadaa (Fakkeenya 5:18, 19; 1 Pheexiros 3:7)
• Haadhotiin Manaa, Abbootii Manaa Keessanitti Gammadaa (Fakkeenya 14:1)
• Warri, Ijoollee Keessanitti Gammadaa (Fakkeenya 23:24, 25)
• Ijoolleen, Warra Keessanitti Gammadaa (Fakkeenya 23:22)
8:50 Faarfannaa Lakk. 135 fi Beeksisa
9:00 SIMPOOZIYEMII: Uumamni Yihowaan Akka Gammadnu kan Barbaadu Taʼuu Isaa Mirkaneessa
• Abaaboowwan Babbareedoo (Faarfannaa 111:2; Maatewos 6:28-30)
• Nyaata Miʼaawaa (Lallaba 3:12, 13; Maatewos 4:4)
• Halluuwwan Babbareedoo (Faarfannaa 94:9)
• Qaama Keenya Isa Akka Gaariitti Tolfame (Hojii Ergamootaa 17:28; Efesoon 4:16)
• Sagaleewwan Gammachiisaa (Fakkeenya 20:12; Isaayaas 30:21)
• Bineensota Ajaaʼibsiisoo (Uumama 1:26)
10:00 ‘Warri Nagaa Babalʼisan Gammachuu Qabu’—Maaliif? (Fakkeenya 12:20; Yaaqoob 3:13-18; 1 Pheexiros 3:10, 11)
10:20 Yihowaa Wajjin Michummaa Cimaa Uumuun Gammachuu Guddaa Argamsiisa! (Faarfannaa 25:14; Anbaaqom 3:17, 18)
10:55 Faarfannaa Lakk. 28 fi Kadhannaa Xumuraa