LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm17 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Jimaata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
CO-pgm17 ful. 4-5
Fakkiiwwan ijoo sagantaa Sanbadduraa ganamaa walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2017 irratti argaman.

Sanbadduraa

“Wanta gaarii hojjechuuf abdii hin kutannu”​—GALAATIYAA 6:9

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 77 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Keessumaa Yeroo Ammaatti Abdii Kutachuu hin Qabnu! (Mulʼata 12:12)

  • 4:15 SIMPOOZIYEMII: “Utuu Wal Irraa Hin Kutin” Lallabaa

    • Karaa Al Idileetiin (Hojii Ergamootaa 5:42; Lallaba 11:6)

    • Manaa Gara Manaatti (Hojii Ergamootaa 20:20)

    • Bakka Namoonni Baayʼatanitti (Hojii Ergamootaa 17:17)

    • Barattoota Gochuu (Roomaa 1:14-16; 1 Qorontos 3:6)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 76 fi Beeksisa

  • 5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yihowaan Saba Isaa Walaba Baaseera (Baʼuu 3:1-22; 4:1-9; 5:1-9; 6:1-8; 7:1-7; 14:5-10, 13-31; 15:1-21)

  • 5:45 Yihowaan Obsaan Dandaʼuu Irratti Fakkeenya Hunda Caalu Dha (Roomaa 9:22, 23; 15:13; Yaaqoob 1:2-4)

  • 6:15 CUUPHAA: “Hin Sodaatinaa”! (1 Pheexiros 3:6, 12, 14)

  • 6:45 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa

Fakkiiwwan ijoo sagantaa Sanbadduraa ganamaa walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2017 irratti argaman.

WAAREE BOODA

  • 7:45 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:55 Faarfannaa Lakk. 128

  • 8:00 SIMPOOZIYEMII: Jabaatanii Dhaabachuu

    • Yeroo Yakki Nu Irratti Raawwatamutti (Maatewos 5:38, 39)

    • Yeroo Dullumaatti (Isaayaas 46:4; Yihudaa 20, 21)

    • Yeroo Cubbuu Dhaallee Wajjin Walʼaansoo Goonutti (Roomaa 7:21-25)

    • Yeroo Dogoggora Itti Qaanofnu Raawwannutti (Galaatiyaa 2:11-14; Ibroota 12:5, 6, 10, 11)

    • Yeroo Dhukkuba Yeroo Dheeraadhaaf Turuun Qabamnutti (Faarfannaa 41:3)

    • Yeroo Nama Jaallannu Duʼaan Dhabnutti (Faarfannaa 34:18)

    • Yeroo Ariʼatamni Nu Irra Gaʼutti (Mulʼata 1:9)

  • 9:15 Faarfannaa Lakk. 136 fi Beeksisa

  • 9:25 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 1 (Luqaas 17:28-33)

  • 9:55 SIMPOOZIYEMII: Amalawwan Rakkina Damdamachuuf Isin Dandeessisan Horadhaa

    • Amantii (Ibroota 11:1)

    • Gaarummaa (Filiphisiyus 4:8, 9)

    • Beekumsa (Fakkeenya 2:10, 11)

    • Of Toʼachuu (Galaatiyaa 5:22, 23)

  • 10:35 ‘Matumaa Utuu hin Kufin’ Jiraachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? (2 Pheexiros 1:5-10; Isaayaas 40:31; 2 Qorontos 4:7-9, 16)

  • 11:10 Faarfannaa Lakk. 3 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi