LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm20 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • WAAREE BOODA
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
CO-pgm20 ful. 4-5
Fakkii: 1. Gareen Dhugaa Baatota Yihowaa tokko tajaajila irratti seeqaa yommuu deeman. Inni tokko qaama miidhamaa waan taʼeef wiilchariidhaan deemaa jira. 2. Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko nama Amiish tokkotti waaʼee Kitaaba Qulqulluu yommuu himu. 3. Nahimiyaa.

Sanbadduraa

“Maqaa isaa isa qulqulluudhaan of jajaa, garaan warra Waaqayyoon barbaadanii haa gammadu”​—Faarfannaa 105:3

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 53 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa

    • • Gaaffii Gaafachuudhaan (Yaaqoob 1:19)

    • • Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan (Ibroota 4:12)

    • • Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan (Maatewos 13:34, 35)

    • • Miira Hoʼaadhaan Barsiisuudhaan (Roomaa 12:11)

    • • Miira Namootaa Hubachuudhaan (1 Tasalonqee 2:7, 8)

    • • Garaa Namootaa Tuquudhaan (Fakkeenya 3:1)

  • 4:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Beeksisa

  • 5:00 SIMPOOZIYEMII: Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa

    • • Meeshaalee Qorannoo (1 Qorontos 3:9; 2 Ximotewos 3:16, 17)

    • • Obboloota Keenya (Roomaa 16:3, 4; 1 Pheexiros 5:9)

    • • Kadhannaa (Faarfannaa 127:1)

  • 5:45 CUUPHAA: Cuuphamuun Keessan Gammachuu Dabalataa kan Isiniif Argamsiisu Akkamitti? (Fakkeenya 11:24; Mulʼata 4:11)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa

WAAREE BOODA

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 76

  • 7:50 Obboloonni Keenya Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argachaa kan Jiran Akkamitti?

    • • Afrikaa Keessatti

    • • Eeshiyaa Keessatti

    • • Awurooppaa Keessatti

    • • Ameerikaa Kaabaa Keessatti

    • • Ooshiyaaniyaa Keessatti

    • • Ameerikaa Kibbaa Keessatti

  • 8:35 SIMPOOZIYEMII: Barattoota Kitaaba Qulqulluu Keessan Gargaaraa

    • • Karaa Hafuuraa Akka Of Sooran (Maatewos 5:3; Yohaannis 13:17)

    • • Walgaʼii Irratti Akka Argaman (Faarfannaa 65:4)

    • • Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan (Fakkeenya 13:20)

    • • Barsiifata Gadhee Akka Dhiisan (Efesoon 4:22-24)

    • • Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan (1 Yohaannis 4:8, 19)

  • 9:30 Faarfannaa Lakk. 110 fi Beeksisa

  • 9:40 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 1 (Nahimiyaa 1:1–6:19)

  • 10:15 Yeroo Ammaatti Barattoota Gochuun Hojii Barattoota Gochuu Addunyaa Haaraatti Raawwatamuuf Nu Qopheessa (Isaayaas 11:9; Hojii Ergamootaa 24:15)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 140 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi