Dilbata
“Waaqayyotti gammachuu qabaadhu! Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna”—Faarfannaa 37:4
GANAMA
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
3:30 Faarfannaa Lakk. 22 fi Kadhannaa
3:40 SIMPOOZIYEMII: Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya
• Rakkinni Nu Irra Gaʼus (Roomaa 5:3-5; 8:35, 37)
• Dhiphinni Nu Irra Gaʼus (2 Qorontos 4:8; 7:5)
• Ariʼatamni Nu Irra Gaʼus (Maatewos 5:11, 12)
• Beelofnus (Filiphisiyus 4:11-13)
• Yoo Daarres (1 Qorontos 4:11, 16)
• Balaan Nu Irra Gaʼus (2 Qorontos 1:8-11)
• Goraadeen Jiraatus (2 Ximotewos 4:6-8)
5:10 Faarfannaa Lakk. 9 fi Beeksisa
5:20 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Badhaadhina Rakkina hin Dabalanne Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti? (Fakkeenya 10:22; 1 Ximotewos 6:9, 10; Mulʼata 21:3-5)
5:50 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
6:20 Faarfannaa Lakk. 84 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
7:40 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
7:50 Faarfannaa Lakk. 62
7:55 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 2 (Nahimiyaa 8:1–13:30; Miilkiyaas 1:6–3:18)
8:40 Faarfannaa Lakk. 71 fi Beeksisa
8:50 ‘Yihowaatti Baayʼee Gammadaa’! (Faarfannaa 16:8, 9, 11; 37:4)
9:50 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa