LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm25 ful. 6-7
  • Dilbata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dilbata
  • 2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm25 ful. 6-7
Suuraawwan: Sagantaan Dilbataa maal akka fakkaatu kan mulʼisan. 1. Dubartiin Samaariyaa boolla bishaanii bira jirti. 2. Yesuus mana sagadaa keessatti maraa kitaabaa baname harkatti qabatee dubbachaa jira.

Dilbata

‘Hafuuraa fi dhugaadhaan Abbaa waaqeffadhaa’​​—Yohaannis 4:23

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 140 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Barumsa Wantoota Yesuus Dubbaterraa Argannu

    • • ‘Bishaanii fi Hafuura Irraa Dhalachuu Qaba’ (Yohaannis 3:3, 5)

    • • “Namni Gara Samiitti Ol Baʼe Tokko Illee hin Jiru” (Yohaannis 3:13)

    • • “Gara Ifaatti Dhufa” (Yohaannis 3:19-21)

    • • ‘Ani Isadha’ (Yohaannis 4:25, 26)

    • • ‘Nyaata koo’ (Yohaannis 4:34)

    • • ‘Maasichi addaatee Haamaadhaaf Gaʼeera’ (Yohaannis 4:35)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 37 fi Beeksisa

  • 5:15 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUURRATTI HUNDAAʼE: Wanta Waaqeffattan Beektuu? (Yohaannis 4:20-24)

  • 5:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 84 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 77

  • 7:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU:

    Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 3

    ‘Ani Isadha’ (Yohaannis 3:1–4:54; Maatewos 4:12-20; Maarqos 1:19, 20; Luqaas 4:16–5:11)

  • 8:35 Faarfannaa Lakk. 20 fi Beeksisa

  • 8:45 Maal Barattan?

  • 8:55 Mana Qulqullummaa Hafuuraa Yihowaa Isa Guddaa Keessaa hin Baʼinaa! (Ibroota 10:21-25; 13:15, 16; 1 Pheexiros 1:14-16; 2:21)

  • 9:45 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi