LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm24 ful. 2-6
  • Jimaata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jimaata
  • 2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm24 ful. 2-6
Fakkiiwwan garaa garaa: Sagantaa Jimaataa. 1. Iddoo qulqulluu mana qulqullummaa keessatti maleekaan tokko Zakkaariyaasitti dubbachaa jira, Zakkaariyaas immoo baa⁠⁠y⁠ʼee sodaateera. 2. Maariyaam ishiin durba Yihudii taate dinqisiifannaadhaan ilaalaa jirti. 3. Yoseefii fi Maariyaam harree oofanii deemaa jiru. Maariyaam Yesuus is mucaa t⁠a⁠ʼe harkatti baattee jirti.

Jimaata

“Misiraachoo namoota hundaaf gammachuu guddaa argamsiisu”​​—Luqaas 2:10

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 150 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Misiraachoon kan nu Barbaachisu Maaliifi? (1 Qorontos 9:16; 1 Ximotewos 1:12)

  • 4:10 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU:

    Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 1

    Ifa Addunyaa Isa Dhugaa—Kutaa 1 (Maatewos 1:18-25; Luqaas 1:1-80; Yohaannis 1:1-5)

  • 4:45 Faarfannaa Lakk. 96 fi Beeksisa

  • 4:55 SIMPOOZIYEMII: ‘Hafuura Qulqulluudhaan Geggeeffaman’

    • • Maatewos (2 Pheexiros 1:21)

    • • Maarqos (Maarqos 10:21)

    • • Luqaas (Luqaas 1:1-4)

    • • Yohaannis (Yohaannis 20:31)

  • 6:10 Faarfannaa Lakk. 110 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 117

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Dhugaawwan Waaʼee Yesuus Ibsanitti Amanaa

    • • Dubbicha (Yohaannis 1:1; Filiphisiyus 2:8-11)

    • • Maqaa Isaa (Hojii Ergamootaa 4:12)

    • • Dhaloota Isaa (Maatewos 2:1, 2, 7-12, 16)

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 99 fi Beeksisa

  • 8:40 SIMPOOZIYEMII: Biyya Yesuus Jiraate Irraa Barumsa Akkamii Arganna?

    • • Teessuma Lafaa (Keessa Deebii 8:7)

    • • Bineeldota (Luqaas 2:8, 24)

    • • Nyaata (Luqaas 11:3; 1 Qorontos 10:31)

    • • Jireenya Mana Keessaa (Filiphisiyus 1:10)

    • • Hawaasa (Keessa Deebii 22:4)

    • • Barumsa (Keessa Deebii 6:6, 7)

    • • Waaqeffannaa (Keessa Deebii 16:15, 16)

  • 10:15 Misiraachichi “Misiraachoo Bara Baraa” Kan Jedhame Maaliifi? (Mulʼata 14:6, 7)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 66 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi