LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm24 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • 2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm24 ful. 4-5
Fakkiiwwan garaa garaa: Sagantaa Sanbadduraa. 1. Yoseef, Maariyaamii fi Yesuus da⁠a⁠ʼimummaa isaatti. 2. Heroodis Mooticha. 3. Hiriyoonni ga⁠a⁠ʼelaa Dhugaa Baatota t⁠a⁠ʼan lama tajaajila irratti hirmaachaa jiru.

Sanbadduraa

“Guyyaa guyyaadhaan misiraachoo fayyisuu isaa labsaa”—Faarfannaa 96:2

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 53 fi Kadhannaa

  • 3:40 ‘Misiraachoo Mootummichaa Lallabuun Qaba’ (Luqaas 4:43)

  • 3:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU:

    Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 1

    Ifa Addunyaa Isa Dhugaa—Kutaa 2 (Maatewos 2:1-23; Luqaas 2:1-38, 41-52; Yohaannis 1:9)

  • 4:25 Faarfannaa Lakk. 69 fi Beeksisa

  • 4:35 SIMPOOZIYEMII: Raajiiwwan Masiihicha Ilaallatan Raawwatamaniiru!

    • • Ergamaan Isa Dura ni Ergama (Miilkiyaas 3:1; 4:5; Maatewos 11:10-14)

    • • Durba Irraa Dhalata (Isaayyaas 7:14; Maatewos 1:18, 22, 23)

    • • Beetaliheemitti Dhalata (Miikiyaas 5:2; Luqaas 2:4-7)

    • • Ijoollummaa Isaatti Eegumsa Argata (Hoseʼaa 11:1; Maatewos 2:13-15)

    • • Nama Biyya Naazireet Jedhama (Isaayyaas 11:1, 2; Maatewos 2:23)

    • • Yerooma Dursee Dubbatametti Dhalate (Daaniʼel 9:25; Luqaas 3:1, 2, 21, 22)

  • 5:40 CUUPHAA: ‘Misiraachichaaf Bitamuu’ Keessan Itti Fufaa (2 Qorontos 9:13; 1 Ximotewos 4:12-16; Ibroota 13:17)

  • 6:10 Faarfannaa Lakk. 24 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 83

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Oduu Hamaa Injifachuuf Misiraachichatti Fayyadamaa

    • • Hamii (Isaayyaas 52:7)

    • • Qalbiin Keenya Yommuu nu Ceephaʼu (1 Yohaannis 1:7, 9)

    • • Wantoota Yeroo Ammaatti Taʼaa Jiran (Maatewos 24:14)

    • • Abdii Kutachuu (Maatewos 11:28-30)

  • 8:35 SIMPOOZIYEMII: ‘Misiraachicha Lallabuuf Hawwaa’

    • • Hojii Ergamootaaf Qofa Kenname Miti (Roomaa 1:15; 1 Tasalonqee 1:8)

    • • Kutaa Waaqeffannaa Keenyaati (Roomaa 1:9)

    • • Meeshaa Sirrii Taʼetti Fayyadamuuf Qophaaʼaa (Efesoon 6:15)

  • 9:15 VIIDIYOO: ‘Misiraachichi Guutummaa Addunyaatti Firii Godhachaa fi Babalʼachaa kan Jiru’ Akkamitti? (Qolosaayis 1:6)

  • 9:40 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa

  • 9:50 SIMPOOZIYEMII: Misiraachicha Lallabuu Keessan Itti Fufaa

    • • Bakka Jirtan Hundatti (2 Ximotewos 4:5)

    • • Bakka Waaqayyo nu Qajeelchu Hundatti (Hojii Ergamootaa 16:6-10)

  • 10:15 ‘Misiraachichaaf Jettanii’ Maal Gochuuf Fedhii Qabdu? (1 Qorontos 9:23; Isaayyaas 6:8)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 21 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi