LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm22 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • 2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm22 ful. 4-5
Halluu cuquliisaa fi Magariisa.

Sanbadduraa

‘Xurii fi mudaa kan hin qabne taʼuudhaan nagaadhaan argamaa’​—2 Pheexiros 3:14

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: “Misiraachoo Nagaa” Labsuuf Dammaqoo Taʼaa

    • • Hinaaffaa Keessan Eeggadhaa (Roomaa 1:14, 15)

    • • Akka Gaariitti Qophaaʼaa (2 Ximotewos 2:15)

    • • Dursa Fudhadhaa (Yohaannis 4:6, 7, 9, 25, 26)

    • • Warra Fedhii Qaban Hordofaa Gargaaraa (1 Qorontos 3:6)

    • • Barattoonni Keessan Karaa Hafuuraa Akka Bilchaatan Gargaaraa (Ibroota 6:1)

  • 4:40 Dargaggootaa—Daandii Nagaa Argamsiisu Filadhaa! (Maatewos 6:33; Luqaas 7:35; Yaaqoob 1:4)

  • 5:00 Faarfannaa Lakk. 135 fi Beeksisa

  • 5:10 VIIDIYOO: Obboloonni Keenya Nagaa Argachaa kan Jiran Akkamitti?

    • • Mormiin Jiraatus

    • • Dhibeen Fayyaa Jiraatus

    • • Rakkinni Diinagdee Jiraatus

    • • Balaan Uumamaa Jiraatus

  • 5:45 CUUPHAA: “Daandii Nagaa Irra” Deemuu Keessan Itti Fufaa (Luqaas 1:79; 2 Qorontos 4:16-18; 13:11)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 54 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 29

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Nagaa Mancaasan ‘Of Irraa Baasaatii Gataa’

    • • Koora Sirrii hin Taane (Efesoon 4:22; 1 Qorontos 4:7)

    • • Hinaaffaa (Filiphisiyus 2:3, 4)

    • • Amanamummaa Dhabuu (Efesoon 4:25)

    • • Hamii Nama Miidhu (Fakkeenya 15:28)

    • • Aarii Toʼannaa Ala Taʼe (Yaaqoob 1:19)

  • 8:45 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Yihowaan Daandii Nagaa Irra Akka Deemnu Nu Qajeelcha—Kutaa 1 (Isaayyaas 48:17, 18)

  • 9:15 Faarfannaa Lakk. 130 fi Beeksisa

  • 9:25 SIMPOOZIYEMII: ‘Nagaa Barbaadaa, Duukaas Buʼaa’

    • • Daftanii Mufachuu Dhiisuudhaan (Fakkeenya 19:11; Lallaba 7:9; 1 Pheexiros 3:11)

    • • Dhiifama Gaafachuudhaan (Maatewos 5:23, 24; Hojii Ergamootaa 23:3-5)

    • • Tolaan Dhiifama Gochuudhaan (Qolosaayis 3:13)

    • • Kennaa Dubbachuu Keessanitti Ogummaadhaan Fayyadamuudhaan (Fakkeenya 12:18; 18:21)

  • 10:15 ‘Hidhaa Nagaa Isa Tokko Nu Godhuuf’ Eegumsa Godhaa! (Efesoon 4:1-6)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 113 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi