LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm21 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • 2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • WAAREE BOODA
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
Dabalataan Ilaaluuf
2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm21 ful. 4-5
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Obboleettiin takka ilmaa fi intala ishii wajjin haasaʼaa jirti. 2. Obboleettonni lama Eeshiyaa keessa naannoo baadiyyaatti lallabaa jiru. 3. Daaniʼelii fi michoonni isaa sadan mootii Baabilon dura dhaabbatanii.

Sanbadduraa

‘Amantii sanaaf jabaadhaa lolaa’​—Yihudaa 3

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 57 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Namoonni Amantii hin Qabne Amantii Qabaachuu Akka Dandaʼan Yaadadhaa!

    • • Namoonni Nanawwee (Yoonaas 3:5)

    • • Obboloonni Yesuus (1 Qorontos 15:7)

    • • Namoonni Beekamoon (Filiphisiyus 3:7, 8)

    • • Namoonni Amantaa Hordofan hin Qabne (Roomaa 10:13-15; 1 Qorontos 9:22)

  • 4:30 Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamutti Fayyadamaatii Amantii Ijaaraa (Yohaannis 17:3)

  • 4:50 Faarfannaa Lakk. 67 fi Beeksisa

  • 5:00 SIMPOOZIYEMII: Warra Amantiidhaaf Jabaatanii Loluu Irratti Milkaaʼina Argatan

    • • Warra Hiriyaa Gaaʼelaa hin Amanne Qaban (Filiphisiyus 3:17)

    • • Ijoollee Abbaa ykn Haadha Qofaan Guddatan (2 Ximotewos 1:5)

    • • Kiristiyaanota Qeenxee Taʼan (1 Qorontos 12:25)

  • 5:45 CUUPHAA: Amantii Qabaachuun Jireenya Bara Baraa Argamsiisa! (Maatewos 17:20; Yohaannis 3:16; Ibroota 11:6)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 79 fi Boqonnaa Laaqanaa

WAAREE BOODA

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 24

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Amantii Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?

    • • Afrikaa Keessatti

    • • Ameerikaa Kaabaa Keessatti

    • • Eeshiyaa Keessatti

    • • Ooshiyaaniyaa Keessatti

    • • Awurooppaa Keessatti

    • • Ameerikaa Kibbaa Keessatti

  • 8:15 SIMPOOZIYEMII: Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa

    • • Afaan Haaraa Baradhaa (1 Qorontos 16:9)

    • • Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa (Ibroota 11:8-10)

    • • Foormii Mana Barumsaa Wangeela Mootummichaa Guutaa (1 Qorontos 4:17)

    • • Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa (Nahimiyaa 1:2, 3; 2:5)

    • • Hojii Yihowaatiif “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa” (1 Qorontos 16:2)

  • 9:15 Faarfannaa Lakk. 84 fi Beeksisa

  • 9:20 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture— Kutaa 1 (Daaniʼel 1:1–2:49; 4:1-33)

  • 10:20 ‘Amantii Sanaaf Jabaadhaa Lolaa’! (Yihudaa 3; Fakkeenya 14:15; Roomaa 16:17)

  • 10:55 Faarfannaa Lakk. 38 fi Kadhannaa Xumura

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi