LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm19 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Jimaata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Jimaata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
CO-pgm19 ful. 4-5
Maatii gammachuudhaan harka wal qabatanii qarqara galaanaa tokko irra fiigaa jiran

Sanbadduraa

“JAALALAAN DEDDEEBIʼUU KEESSAN ITTI FUFAA”​—EFESOON 5:2

GANAMA

  • 3:20 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 85 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Gumii Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa

    • Obboloota Dursa Fudhatanii Geggeessanitti(1 Tasalonqee 5:12, 13)

    • Dubartoota Abbaan Manaa Irraa Duʼee fi Ijoollee Abbaa hin Qabnetti (Yaaqoob 1:27)

    • Maanguddootatti (Lewwoota 19:32)

    • Tajaajiltoota Yeroo Guutuutti (1 Tasalonqee 1:3)

    • Namoota Biyya Ormaatti (Lewwoota 19:34; Roomaa 15:7)

  • 4:50 Faarfannaa Lakk. 58 fi Beeksisa

  • 5:00 SIMPOOZIYEMII: Tajaajila Irratti Jaalala hin Badne Argisiisaa

    • Waaqayyoon Akka Jaallatan Argisiisuudhaan (1 Yohaannis 5:3)

    • ‘Namoota Akka Ofii Keessaniitti Jaallachuudhaan’ (Maatewos 22:39)

    • Dubbii Yihowaa Jaallachuudhaan (Faarfannaa 119:97; Maatewos 13:52)

  • 5:45 CUUPHAA: Jaalala Argisiisuu Yesuus Irraa Baradhaa (Maatewos 11:28-30)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 52 fi Boqonnaa Laaqanaa

WAAREE BOODA

  • 7:35 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 84

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Jaalala hin Badne Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?

    • Afriikaa Keessatti (Uumama 16:13)

    • Eeshiyaa Keessatti (Hojii Ergamootaa 2:44)

    • Awurooppaa Keessatti (Yohaannis 4:35)

    • Ameerikaa Kaabaa Keessatti (1 Qorontos 9:22)

    • Ooshiyaaniyaa Keessatti (Faarfannaa 35:18)

    • Ameerikaa Kibbaa Keessatti (Hojii Ergamootaa 1:8)

  • 8:55 SIMPOOZIYEMII: Maatii Keessan Keessatti Jaalala hin Badne Argisiisaa

    • Haadha Manaa Keessan Jaallachuudhaan (Efesoon 5:28, 29)

    • Abbaa Manaa Keessan Jaallachuudhaan (Efesoon 5:33; 1 Pheexiros 3:1-6)

    • Ijoollee Keessan Jaallachuudhaan (Tiitoo 2:4)

  • 9:35 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa

  • 9:45 FIILMII: Seenaa Yosiyaas: Yihowaa Jaalladhaa; Wanta Hamaa Jibbaa—Kutaa 1 (2 Seenaa 33:10-24; 34:1, 2)

  • 10:15 Ijoolleen Keessan Jaalala Akka Argisiisan Barsiisaa (2 Ximotewos 3:14, 15)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 134 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi