LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm22 ful. 2-3
  • Jimaata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jimaata
  • 2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Dilbata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm22 ful. 2-3
Halluu cuquliisaa fi magariisa.

Jimaata

“Yihowaan saba isaa nagaadhaan eebbisa”​—Faarfannaa 29:11

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 86 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Yihowaan ‘Waaqa Nagaa Kennu’ Dha (Roomaa 15:33; Filiphisiyus 4:6, 7)

  • 4:10 SIMPOOZIYEMII: Jaalalli Nagaa Dhugaa kan Argamsiisu Akkamitti?

    • • Jaalalli Waaqayyoof Qabnu (Maatewos 22:37, 38; Roomaa 12:17-19)

    • • Jaalalli Namootaaf Qabnu (Maatewos 22:39; Roomaa 13:8-10)

    • • Jaalalli Dubbii Waaqayyootiif Qabnu (Faarfannaa 119:165, 167, 168)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 24 fi Beeksisa

  • 5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yaaqoob—Nama Nagaa Jaallatu (Uumama 26:12–33:11)

  • 5:45 ‘Buʼaan Qajeelummaa Dhugaa Nagaa Taʼa’ (Isaayyaas 32:17; 60:21, 22)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 97 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 144

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Waadaawwan Waaqayyo Nagaa Kennuuf Galetti Gammadaa

    • • “Tajaajiltoonni Koo ni Nyaatu, . . . Tajaajiltoonni Koo ni Dhugu” (Isaayyaas 65:13, 14)

    • • “Manneen ni Ijaaru, . . . Mukeetii Wayinii ni Dhaabu” (Isaayyaas 65:21-23)

    • • “Yeeyyiinii fi Xobbaallaan Hoolaa Waliin ni Sooratu” (Isaayyaas 11:6-9; 65:25)

    • • “Jiraattota Biyyattii Keessaa Tokko Illee, ‘Na Dhukkuba’ hin Jedhu” (Isaayyaas 33:24; 35:5, 6)

    • • “Inni Bara Baraaf Duʼa ni Liqimsa” (Isaayyaas 25:7, 8)

  • 8:50 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa

  • 9:00 SIMPOOZIYEMII: Gorsa Nagaa Maatiitiif Fayyadu Hordofaa

    • • Jaalalaa fi Kabaja Argisiisaa (Roomaa 12:10)

    • • Akka Gaariitti Yaada Wal Jijjiiraa (Efesoon 5:15, 16)

    • • Qindoominaan Waliin Hojjedhaa (Maatewos 19:6)

    • • Waliin Yihowaa Waaqeffadhaa (Iyyaasuu 24:15)

  • 9:55 “Bulchaa Nagaa” Amanamummaadhaan Deggeraa (Isaayyaas 9:6, 7; Tiitoo 3:1, 2)

  • 10:15 Nagaa Sobaatiin hin Gowwoomfaminaa! (Maatewos 4:1-11; Yohaannis 14:27; 1 Tasalonqee 5:2, 3)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 112 fi Kadhannaa Xumura

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi