LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm24 ful. 6-7
  • Dilbata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dilbata
  • 2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Dilbata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm24 ful. 6-7
Fakkiiwwan garaa garaa: Sagantaa Dilbataa. 1. Zakkaariyaasii fi Elsaabex. 2. Yoseef mana mukaa keessatti Yesuusiin da⁠a⁠ʼimummaatti baatee. 3. Yesuus samii keessaa yommuu gadi ilaalu.

Dilbata

“. . . sana booda dhumni ni dhufa”​​—Maatewos 24:14

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 84 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Fakkeenya Warra Misiraachicha Irratti Amantii Qabanii Hordofaa

    • • Zakkaariyaas (Ibroota 12:5, 6)

    • • Elsaabex (1 Tasalonqee 5:11)

    • • Maariyaam (Faarfannaa 77:12)

    • • Yoseef (Fakkeenya 1:5)

    • • Simiʼoonii fi Haannaa (1 Seenaa Baraa 16:34)

    • • Yesuus (Yohaannis 8:31, 32)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 65 fi Beeksisa

  • 5:15 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Oduu Hamaa kan hin Sodaanne Maaliifi? (Faarfannaa 112:1-10)

  • 5:45 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 61 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 122

  • 7:50 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: “Kana Booda Lafa Irra Harkisuun hin Jiru” (Mulʼata 10:6)

  • 8:20 Faarfannaa Lakk. 126 fi Beeksisa

  • 8:30 Maal Barattan?

  • 8:40 ‘Misiraachicha Cimsaa Qabadhaa’—Maaliif, Akkamitti? (1 Qorontos 2:16; 15:1, 2, 58; Maarqos 6:30-34)

  • 9:30 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi