LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm17 ful. 6-7
  • Dilbata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dilbata
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Dilbata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
CO-pgm17 ful. 6-7
Fakkiiwwan ijoo sagantaa Dilbata ganamaa walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2017 irratti argaman.

Dilbata

“Namni hamma dhumaatti jabaatee dhaabatu ni fayya”​—MAATEWOS 24:13

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 44 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Yihowaan ‘Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina kan Namaaf Kennu’ Akkamitti?

    • Warra Dadhaboo fi Warra Dhiphataniif (Roomaa 15:4, 5; 1 Tasalonqee 5:14; 1 Pheexiros 5:7-10)

    • Warra Wanti Jireenyaaf Barbaachisu Isaan Barbaachisuuf (1 Ximotewos 6:18)

    • “Warra Abbaan Irra hin Jirreef” (Faarfannaa 82:3)

    • Warra Dulloomaniif (Lewwoota 19:32)

  • 4:50 Faarfannaa Lakk. 138 fi Beeksisa

  • 5:00 SIMPOOZIYEMII: Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa

    • “Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa” (Ibroota 13:5; Faarfannaa 127:1, 2)

    • Ijoollee Keessan “Wanta Hamaa” Irraa Eegaa (Roomaa 16:19; Faarfannaa 127:3)

    • “Akka Itti Jiraachuun Taʼu” Ijoollee Keessan Barsiisaa (Fakkeenya 22:3, 6; Faarfannaa 127:4, 5)

  • 5:45 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 2 (Luqaas 17:28-33)

  • 6:15 Dargaggootaa—Jabaattanii Dhaabachuun Keessan Yihowaa ni Gammachiisa! (Fakkeenya 27:11)

  • 6:50 Faarfannaa Lakk. 135 fi Boqonnaa Laaqanaa

Fakkiiwwan ijoo sagantaa Dilbata ganamaa walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2017 irratti argaman.

WAAREE BOODA

  • 7:50 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 8:00 Faarfannaa Lakk. 141

  • 8:05 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Matumaa Abdii hin Kutatinaa! (Isaayaas 48:17; Ermiyaas 29:11)

  • 8:35 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 9:05 Faarfannaa Lakk. 57 fi Beeksisa

  • 9:15 DIRAAMAA: Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 3 (Luqaas 17:28-33)

  • 9:45 “Isa Eeggadhu! Inni . . . hin Turu” (Anbaaqom 2:3)

  • 10:45 Faarfannaa Lakk. 129 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi