LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm19 ful. 2-3
  • Jimaata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jimaata
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jimaata
    2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
CO-pgm19 ful. 2-3
Muduraawwan gosa garaa garaa

Jimaata

‘WAL JAALLACHUU AKKA QABDAN WAAQAYYO IRRAA BARATTANIITTU’​—1 TASALONQEE 4:9

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 105 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: “Jaalalli Matumaa hin Badu”—Maaliif? (Roomaa 8:38, 39; 1 Qorontos 13:1-3, 8, 13)

  • 4:15 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Badanitti Akka hin Amanamne Of Eeggadhaa!

    • Qabeenya (Maatewos 6:24)

    • Aangoo fi Beekamtii (Lallaba 2:16; Roomaa 12:16)

    • Ogummaa Namootaa (Roomaa 12:1, 2)

    • Ciminaa fi Bareedina (Fakkeenya 31:30; 1 Pheexiros 3:3, 4)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 40 fi Beeksisa

  • 5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Yihowaan Jaalala Amanamaa Argisiisuu Isaa Itti Fufa (Uumama 37:1-36; 39:1–47:12)

  • 5:45 Yihowaan Warra Ilma Isaa Jaallatan ni Jaallata (Maatewos 25:40; Yohaannis 14:21; 16:27)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 20 fi Boqonnaa Laaqanaa

WAAREE BOODA

  • 7:25 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:35 Faarfannaa Lakk. 107

  • 7:40 SIMPOOZIYEMII: Jaalalli Matumaa hin Badu . . .

    • Jaalala Utuu hin Argatin kan Guddanne Taanus (Faarfannaa 27:10)

    • Bakka Hojiitti Haalli Rakkisaan Nu Mudatus (1 Pheexiros 2:18-20)

    • Mana Barumsaatti Dhiibbaa Gadheen Jiraatus (1 Ximotewos 4:12)

    • Yeroo Dheeraadhaaf Dhukkubsannus (2 Qorontos 12:9, 10)

    • Hiyyeessota Taanus (Filiphisiyus 4:12, 13)

    • Mormiin Maatii Nu Mudatus (Maatewos 5:44)

  • 8:50 Faarfannaa Lakk. 141 fi Beeksisa

  • 9:00 SIMPOOZIYEMII: Uumamni Jaalala Yihowaa Mulʼisa

    • Samiiwwan (Faarfannaa 8:3, 4; 33:6)

    • Lafa (Faarfannaa 37:29; 115:16)

    • Biqiltoota (Uumama 1:11, 29; 2:9, 15; Hojii Ergamootaa 14:16, 17)

    • Bineeldota (Uumama 1:27; Maatewos 6:26)

    • Qaama Namaa (Faarfannaa 139:14; Lallaba 3:11)

  • 9:55 “Yihowaan Warra Jaallatu ni Adaba” (Ibroota 12:5-11; Faarfannaa 19:7, 8, 11)

  • 10:15 “Jaalala Uffadhaa” (Qolosaayis 3:12-14)

  • 10:50 Faarfannaa Lakk. 130 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi