LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm23 ful. 2-8
  • Jimaata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jimaata
  • 2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
Dabalataan Ilaaluuf
2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm23 ful. 2-8
Fakkiiwwan garaa garaa: Sagantaa Jimaataa. 1. Saaʼol Mootichi holqa Daawitii fi namoonnisaa keessa dhokatanitti seenaa jira. 2. Hiriyoota gaaʼelaa tajaajilaa jiran. 3. Peenguwiinotaa fi cuucota isaanii.

Penguins: By courtesy of John R. Peiniger

Jimaata

“Jaalalli ni obsa”​—1 Qorontos 13:4

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 66 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: ‘Obsi’ kan Nu Barbaachisu Maaliifi? (Yaaqoob 5:7, 8; Qolosaayis 1:9-11; 3:12)

  • 4:10 SIMPOOZIYEMII: “Wanti Hundi Yeroo Isaaf Murteeffame Qaba”

    • • Ilaalcha Yihowaan Yeroodhaaf Qabu Qabaadhaa (Lallaba 3:1-8, 11)

    • • Michummaa Uumuun Yeroo Gaafata (Fakkeenya 17:17)

    • • Guddinni Hafuuraa Yeroo Gaafata (Maarqos 4:26-29)

    • • Galma Keenyarra Gaʼuun Yeroo Gaafata (Lallaba 11:4, 6)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 143 fi Beeksisa

  • 5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Daawit Yihowaa Obsaan Eeggateera (1 Saamuʼel 24:2-15; 25:1-35; 26:2-12; Faarfannaa 37:1-7)

  • 5:45 Baayʼina Obsa Waaqayyoo Dinqisiifadhaa (Roomaa 2:4, 6, 7; 2 Pheexiros 3:8, 9; Mulʼata 11:18)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 147 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 17

  • 7:50 Obsa Yesuus Hordofaa (Ibroota 12:2, 3)

  • 8:10 SIMPOOZIYEMII: Warra Obsaan Abdii Sana Dhaalan Hordofaa

    • • Abrahaamii fi Saaraa (Ibroota 6:12)

    • • Yoseef (Uumama 39:7-9)

    • • Iyyoob (Yaaqoob 5:11)

    • • Mordekaayii fi Asteer (Asteer 4:11-16)

    • • Zakkaariyaasii fi Elsaabex (Luqaas 1:6, 7)

    • • Phaawulos (Hojii Ergamootaa 14:21, 22)

  • 9:10 Faarfannaa Lakk. 11 fi Beeksisa

  • 9:20 SIMPOOZIYEMII: Uumamni Yihowaan Waaqa Yeroo Eegu Taʼuu Isaa nu Barsiisa

    • • Biqiltoota (Maatewos 24:32, 33)

    • • Uumamawwan Galaanaa (2 Qorontos 6:2)

    • • Allaattiiwwan (Ermiyaas 8:7)

    • • Ilbiisota (Fakkeenya 6:6-8; 1 Qorontos 9:26)

    • • Uumamawwan Lafarra Jiraatan (Lallaba 4:6; Filiphisiyus 1:9, 10)

  • 10:20 ‘Guyyichas Taʼe Saʼaaticha hin Beektan’ (Maatewos 24:36; 25:13, 46)

  • 10:55 Faarfannaa Lakk. 27 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi