LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm23 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • 2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jimaata
    2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm23 ful. 4-5
Fakkiiwwan garaa garaa: Sagantaa Sanbadduraa. 1. Maatii viidiyoo koonfiransiidhaan haasaʼaa jiru. 2. Mootii xiinxalaa jiru. 3. Abbaa fi ilma gabaa keessa jiran.

Sanbadduraa

‘Hundumaatti Obsa Argisiisaa’​—1 Tasalonqee 5:14

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 58 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: ‘Obsuudhaan Akka Tajaajiltoota Waaqayyootti Of Dhiheessina’

    • • Yeroo Lallabnu (Hojii Ergamootaa 26:29; 2 Qorontos 6:4,6)

    • • Yeroo Barattoota Kitaaba Qulqulluu Barsiisnu (Yohaannis 16:12)

    • • Yeroo Wal Jajjabeessinu (1 Tasalonqee 5:11)

    • • Yeroo Jaarsa Taanee Tajaajillu (2 Ximotewos 4:2)

  • 4:30 Warri Isiniif Obsame Obsa argisiisaa! (Maatewos 7:1, 2; 18:23-35)

  • 4:50 Faarfannaa Lakk. 138 fi Beeksisa

  • 5:00 SIMPOOZIYEMII: ‘Obsa Qabaachuudhaan Jaalalaan Wal Dandaʼaa’

    • • Firoota hin Amanne (Qolosaayis 4:6)

    • • Hiriyaa Gaaʼelaa Keessan (Fakkeenya 19:11)

    • • Ijoollee Keessan (2 Ximotewos 3:14)

    • • Miseensota Maatii Dhukkubsatan ykn Dullooman (Ibroota 13:16)

  • 5:45 CUUPHAA: Obsi Yihowaa Fayyina Keenya! (2 Pheexiros 3:13-15)

  • 6:15 Faarfannaa Lakk. 75 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 106

  • 7:50 Gammachuu Yeroodhaaf Qofa Argamu Irraa Of Eeggachuu Kan Qabnu Maaliifi? (1 Tasalonqee 4:3-5; 1 Yohaannis 2:17)

  • 8:15 SIMPOOZIYEMII: “Of Tuuluu Irra Obsuu Wayya”

    • • Addaam utuu hin taʼin, Abeeliin Fakkaadhaa (Lallaba 7:8)

    • • Esaawu utuu hin taʼin, Yaaqoobiin Fakkaadhaa (Ibroota 12:16)

    • • Qoraa utuu hin taʼin, Musee Fakkaadhaa (Lakkoofsa 16:9, 10)

    • • Saaʼol utuu hin taʼin, Saamuʼeliin Fakkaadhaa (1 Saamuʼel 15:22)

    • • Abishaalom utuu hin taʼin, Yonaataaniin Fakkaadhaa (1 Saamuʼel 23:16-18)

  • 9:15 Faarfannaa Lakk. 87 fi Beeksisa

  • 9:25 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: “Daandii Kee Yihowaatti Kennadhu”—Kutaa 1 (Faarfannaa 37:5)

  • 9:55 “Yommuu Nu Ariʼatan Obsaan Jabaannee Dhaabbanna” (1 Qorontos 4:12; Roomaa 12:14, 21)

  • 10:30 Faarfannaa Lakk. 79 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi