Dilbata
“Waaqayyo inni abdii kennu gammachuu fi nagaa guddaadhaan isin haa guutu”—Roomaa 15:13
Ganama
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
3:30 Faarfannaa Lakk. 101 fi Kadhannaa
3:40 SIMPOOZIYEMII: Nagaa kan Facaasanii fi kan Haammatan Akkamitti?
• Yoseefii fi Obboloonni Isaa (Galaatiyaa 6:7, 8; Efesoon 4:32)
• Gibeʼononni (Efesoon 5:17)
• Giidewon (Abbootii Murtii 8:2, 3)
• Abigaayil (1 Saamuʼel 25:27-31)
• Mefibosheet (2 Saamuʼel 19:25-28)
• Phaawulosii fi Barnaabaas (Hojii Ergamootaa 15:36-39)
• Namoonni Yeroo Harʼaatti Fakkeenya Taʼan (1 Pheexiros 2:17)
5:05 Faarfannaa Lakk. 28 fi Beeksisa
5:15 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Michuu Waaqayyoo Taʼuu kan Dandeenyu Akkamitti? (Yaaqoob 4:8; 1 Yohaannis 4:10)
5:45 Faarfannaa Lakk. 147 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
7:45 Faarfannaa Lakk. 23
7:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU: Yihowaan Daandii Nagaa Irra Akka Deemnu Nu Qajeelcha—Kutaa 2 (Isaayyaas 48:17, 18)
8:30 Faarfannaa Lakk. 139 fi Beeksisa
8:40 Yeroon Uumama Cufa Irratti Nagaan Itti Argamu ni Dhufa! (Roomaa 16:20; 1 Qorontos 15:24-28; 1 Yohaannis 3:8)
9:40 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa