Jimaata
“Waaqa kee Yihowaa waaqeffadhu”—Maatewos 4:10
Ganama
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
3:30 Faarfannaa Lakk. 74 fi Kadhannaa
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Waaqeffannaa Qulqulluun Maalidha? (Isaayyaas 48:17; Miilkiyaas 3:16)
4:10 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU:
Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 2
‘Kun Ilma Kooti’—Kutaa 1 (Maatewos 3:1–4:11; Maarqos 1:12, 13; Luqaas 3:1–4:7; Yohaannis 1:7, 8)
4:40 Faarfannaa Lakk. 122 fi Beeksisa
4:50 SIMPOOZIYEMII: Raajiiwwan Masiihiicha Ilaallatan Raawwatamaniiru!—Kutaa 1
• Waaqayyo Beekamtii Isaaf Kenneera (Faarfannaa 2:7; Maatewos 3:16, 17; Hojii Ergamootaa 13:33, 34)
• Hidda Dhalootaa Daawit Mootichaarraa Argame (2 Saamuʼel 7:12, 13; Maatewos 1:1, 2, 6)
• ‘Masiihii Isa Geggeessaa’ Taʼee Dibame (Daaniʼel 9:25; Luqaas 3:1, 2, 21-23)
5:45 Dhugumaan Addunyaa Bulchaa kan Jiru Eenyu? (Maarqos 12:17; Luqaas 4:5-8; Yohaannis 18:36)
6:15 Faarfannaa Lakk. 22 fi Boqonnaa Laaqanaa
Waaree Booda
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
7:45 Faarfannaa Lakk. 121
7:50 SIMPOOZIYEMII: Akkaataa Yesuus Isa Isa Qoruuf Deebii Itti Kenne Hordofaa!
• Dubbii Yihowaatiin Jiraadhaa (Maatewos 4:1-4)
• Yihowaa hin Qorinaa (Maatewos 4:5-7)
• Yihowaa Qofa Waaqeffadhaa (Maatewos 4:10; Luqaas 4:5-7)
• Dhugaadhaaf Falmaa (1 Pheexiros 3:15)
8:50 Faarfannaa Lakk. 97 fi Beeksisa
9:00 SIMPOOZIYEMII: Biyya Yesuus Jiraaterraa Barumsa Akkamii Arganna?
• Lafa Onaa Yihudaa (Maatewos 3:1-4; Luqaas 4:1)
• Sulula Yordaanos (Maatewos 3:13-15; Yohaannis 1:27, 30)
• Yerusaalem (Maatewos 23:37, 38)
• Samaariyaa (Yohaannis 4:7-9, 40-42)
• Galiilaa (Maatewos 13:54-57)
• Fiinqee (Luqaas 4:25, 26)
• Sooriyaa (Luqaas 4:27)
10:10 Yesuus Isin Keessatti Maal Arga? (Yohaannis 2:25)
10:45 Faarfannaa Lakk. 34 fi Kadhannaa Xumuraa