LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm25 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • 2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Jimaata
    2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2025 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm25 ful. 4-5
Suuraawwan: Sagantaan Sanbadduraa maal akka fakkaatu kan mulʼisan. 1. Yohaannis Cuuphaan muka tokko jala taaʼee jira. 2. Yesuus gammachuudhaan harkasaa nama wayiitti diriirsaa jira. 3. Dubartoonni lama kaaffee keessatti waliin haasaʼaa jiru.

Sanbadduraa

“Hinaaffaan ani mana keetiif qabu na guba”​​—Yohaannis 2:17

Ganama

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 93 fi Kadhannaa

  • 3:40 “Maal Barbaaddu?” (Yohaannis 1:38)

  • 3:50 DIRAAMAA KITAABA QULQULLUU:

    Seenaa Tajaajila Yesuus: Boqonnaa 2

    ‘Kun Ilma Kooti’—Kutaa 2 (Yohaannis 1:19–2:25)

  • 4:20 Faarfannaa Lakk. 54 fi Beeksisa

  • 4:30 SIMPOOZIYEMII: Fakkeenya Namoota Waaqeffannaa Qulqulluu Jaallatanii Hordofaa!

    • • Yohaannis Cuuphaa (Maatewos 11:7-10)

    • • Indiriyaas (Yohaannis 1:35-42)

    • • Pheexiros (Luqaas 5:4-11)

    • • Yohaannis (Maatewos 20:20, 21)

    • • Yaaqoob (Maarqos 3:17)

    • • Filiphoos (Yohaannis 1:43)

    • • Naatnaaʼel (Yohaannis 1:45-47)

  • 5:35 CUUPHAA: Hiika Cuuphamuun Keessan Qabu (Miilkiyaas 3:17; Hojii Ergamootaa 19:4; 1 Qorontos 10:1, 2)

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 52 fi Boqonnaa Laaqanaa

Waaree Booda

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 36

  • 7:50 SIMPOOZIYEMII: Barumsa Dinqii Yesuus Jalqabarratti Raawwaterraa Argattan Hojiirra Oolchaa

    • • Gara Laafina Argisiisaa (Galaatiyaa 6:10; 1 Yohaannis 3:17)

    • • Amala Gad Of Qabuu Horadhaa (Maatewos 6:2-4; 1 Pheexiros 5:5)

    • • Arjoota Taʼaa (Keessa Deebii 15:7, 8; Luqaas 6:38)

  • 8:20 ‘Hoolichi Waaqayyoo’ Cubbuu kan Balleessu Akkamitti? (Yohaannis 1:29; 3:14-16)

  • 8:45 SIMPOOZIYEMII: Raajiiwwan Masiihiicha Ilaallatan Raawwatamaniiru!—Kutaa 2

    • • Hinaaffaan Mana Yihowaatiif Qabu Isa Gube (Faarfannaa 69:9; Yohaannis 2:13-17)

    • • “Garraamotaaf Misiraachoo” Labseera (Isaayyaas 61:1, 2)

    • • Galiilaa Keessatti “Ifa Guddaa” Ibse ( Isaayyaas 9:1, 2)

  • 9:20 Faarfannaa Lakk. 117 fi Beeksisa

  • 9:30 “Wantoota Kana Asii Baasaa!” (Yohaannis 2:13-16)

  • 10:00 “Deebisee Nan Ijaara” (Yohaannis 2:18-22)

  • 10:35 Faarfannaa Lakk. 75 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi