LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm18 ful. 4-5
  • Sanbadduraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sanbadduraa
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Sanbadduraa
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Sanbadduraa
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018
CO-pgm18 ful. 4-5
Gideon and his men blow horns, smash jars, wave torches, and shout

Sanbadduraa

“Cimi, ija jabaadhus!”—IYAASUU 1:7

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 110 fi Kadhannaa

  • 3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Yihowaan Madda Ija Jabina Dhugaa Ti (Faarfannaa 28:7; 31:24; 112:7, 8; 2 Ximotewos 1:7)

  • 4:10 SIMPOOZIYEMII: Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?

    • Lallabuuf (Mulʼata 14:6)

    • Qulqulloota Taʼanii Itti Fufuuf (1 Qorontos 16:13, 14)

    • Siyaasa Irraa Walaba Taʼanii Itti Fufuuf (Mulʼata 13:16, 17)

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 126 fi Beeksisa

  • 5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: “Egaa Cimi, Ija Jabaadhuu Hojjedhu”! (1 Seenaa 28:1-20; 1 Saamuʼel 16:1-23; 17:1-51)

  • 5:45 “Si Balleessuudhaaf Miʼi Waraanaa Yoo Qopheeffame Iyyuu, Si Miidhuu hin Dandaʼu” (Isaayaas 54:17; Faarfannaa 118:5-7)

  • 6:15 CUUPHAA: ‘Nuti Akka Namoota Duubatti Deebiʼanii Miti’! (Ibroota 10:35, 36, 39; 11:30, 32-34, 36; 1 Pheexiros 5:10)

  • 6:45 Faarfannaa Lakk. 38 fi Boqonnaa Laaqanaa

Nehemiah directs the rebuilding of Jerusalem’s walls and the posting of guards; Jesus prays

WAAREE BOODA

  • 7:45 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:55 Faarfannaa Lakk. 69

  • 8:00 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Ija Jabina Keenya Laaffisanii fi Cimsan

    • Abdii Kutachuu fi Abdii (Faarfannaa 27:13, 14)

    • Gungumuu fi Galateeffachuu (Faarfannaa 27:1-3)

    • Bashannana Gaarii hin Taanee fi Tajaajila Dirree (Faarfannaa 27:4)

    • Michooma Gadhee fi Michooma Gaarii (Faarfannaa 27:5; Fakkeenya 13:20)

    • Ogummaa Addunyaa fi Qoʼannaa Dhuunfaa (Faarfannaa 27:11)

    • Shakkii fi Amantii (Faarfannaa 27:7-10)

  • 9:30 Faarfannaa Lakk. 60 fi Beeksisa

  • 9:40 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Ija Jabina Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?

    • Afriikaa Keessatti (Maatewos 10:36-39)

    • Eeshiyaa Keessatti (Zakaariyaas 2:8)

    • Awurooppaa Keessatti (Mulʼata 2:10)

    • Ameerikaa Kaabaa Keessatti (Isaayaas 6:8)

    • Oshiiniyaa Keessatti (Faarfannaa 94:14, 19)

    • Ameerikaa Kibbaa Keessatti (Faarfannaa 34:19)

  • 11:05 Loltoota Kiristoos Ija Jabeeyyii Taʼan (2 Qorontos 10:4, 5; Efesoon 6:12-18; 2 Ximotewos 2:3, 4)

  • 11:40 Faarfannaa Lakk. 22 fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi