LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 2
  • Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaada Garaa Si Hin Ceephaane Qabaachuu Kan Dandeessu Akkamitti?
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Waaqayyo Duratti Qalbii Gaarii Qabaachuu
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • Seerrii fi Qajeelfamni Waaqayyoo Qalbii Keessan Akka Leenjisu eyyamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Garaa Foonii Qabdaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 1-3

Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa

Obboleessi tokko qoʼannaa dhuunfaa isaa irratti yommuu xiinxalu

2:14, 15

Qalbiin keenya nu gargaaruu kan dandaʼu,

  1. qajeelfama Kitaaba Qulqulluu irra­tti hundoofnee yoo leenjisne dha

  2. qajeelfamawwan kana yeroo nu yaadachiisu yoo dhaggeeffanne dha

  3. dhiibbaa foon keenya inni cubbamaan nu irraan geessisu moʼuuf gargaarsa hafuura qulqulluu argachuuf yoo kadhanne dha.​—Rom 9:1

Qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu kamfaa yaadachuun qaba?

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko dhugaatii alkoolii dhuguu yommuu didan
  • Yommuu dhugaatii alkoolii dhuguu fi dhiisuuf murteessutti

  • Yommuu akkaataa uffannaa fi miidhaginaa filadhutti

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi