LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 2
  • Qeenxee Taʼuun Kennaa Dha

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qeenxee Taʼuun Kennaa Dha
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qeentee Taʼuu Keessanitti Akka Gaariitti Fayyadamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • ‘Kan Fudhachuu Danda’u Haa Fudhatu’
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Qeentee Ta’uudhaan Gammaduu Kan Dandeessu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Gorsa Qeentee Taʼuufi Gaaʼela Godhachuu Ilaalchisee Kenname
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 QORONTOS 7-9

Qeenxee Taʼuun Kennaa Dha

7:32, 35, 38

Waggoottan darbanitti Kiristiyaanonni hedduun qeenxee taʼuun isaanii tajaajila isaanii balʼifachuuf, michoota hedduu horachuu fi caalaatti Yihowaatti dhihaachuuf carraa addaa akka isaaniif kenne hubachuu dandaʼaniiru.

Obboloonni qeenxee taʼan sadii bara 1937⁠tti Awustiraaliyaa keessa naannaʼanii yommuu lallaban; bara 1947⁠tti obboleettiin misiyoonii taate tokko Meeksikoo bakka itti ramadamte yommuu geessu

Awustiraaliyaa keessa naannaʼanii yommuu lallaban, bara 1937; Obboleettiin Mana Barumsaa Giilʼaadii eebbifamte Meeksikoo bakka itti ramadamte yommuu geessu, bara 1947

Obboleessi qeenxee taʼe tokko Biraaziilitti yommuu lallabu; obboloonnii fi obboleettonni qeenxee taʼan Maalaawwiitti Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa yommuu baratan

Biraaziil keessatti lallabuu; Maalaawwiitti Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa yommuu baratan

IRRATTI XIINXALUUF: Qeenxee yoo taate haala keessa jirtu karaa buʼa qabeessa taʼeen fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?

Obboloonni gumii keessa jiran kaan, obboloota qeenxee taʼan jajjabeessuu fi deggeruu kan dandaʼan akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi