LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 7
  • Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Warra Booʼanii Wajjin Booʼaa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Yihowaa Isa Waaqa “Jajjabinaa Hundumaa” Taʼetti Amanamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Waaqayyo kan Nama Jajjabeessu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • ‘Warra Gaddan Hundumaa Jajjabeessaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 7
Namoota dhiphatanii fi mana yaalaa iddoo dabareen itti eegamutti gaddanii taaʼaa jiran

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 QORONTOS 1-3

Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti

1:3, 4

Gumiin Kiristiyaanaa, karaa Yihowaan jajjabina itti nuuf kennu keessaa isa tokko dha. Karaawwan namoota gadda irra jiran jajjabeessuu itti dandeenyu kamfaʼi?

  • Yommuu dubbatan utuu addaan hin kutin isaan dhaggeeffadhaa

  • “Warra booʼanii wajjin booʼaa.”—Rom 12:15

  • Kaardii, iimeelii ykn ergaa gabaabaa nama jajjabeessu isaaniif ergaa.—w17.07 15, saanduqa

  • Isaanii wajjin kadhadhaa, akkasumas isaaniif kadhadhaa

Namoonni hedduun caqasawwan armaan gadii irraa jajjabina argataniiru:

  • “Waaqayyo warra garaan isaanii cabetti dhiʼoo dha, warra yaadni isaanii caccabee bullaaʼes in fayyisa.”—Far 34:18, 19

  • “Yeroo yaaddoon garaa kootti baayʼatu, ati [Yihowaan] na jajjabeessitee lubbuu koo gammachiifta.”—Far 94:19

  • “Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mataan isaa, akkasumas Waaqayyo Abbaan keenya inni nu jaallatee fi gaarummaa guddaadhaan jajjabina bara baraa fi abdii gaarii nuu kenne, garaa keessan haa jajjabeessan; akkasumas . . . isin haa cimsan.”—2Ta 2:16, 17

Namni tokko caqasa nama jajjabeessu kaardii irratti yommuu barreessu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi