LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Caamsaa ful. 6
  • “Fuulleettan Isa Morme”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Fuulleettan Isa Morme”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Yihowaan Namaaf ni Yaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Hiriyaa Gaaʼelaa Ogummaadhaan Filadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Caamsaa ful. 6
Phaawulos utuu namoonni isa arganii fuulleetti Pheexirosiin yommuu mormu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | GALAATIYAA 1-3

“Fuulleettan Isa Morme”

2:11-14

Seenaan kun barumsawwan armaan gadii kan nu barsiisu akkamitti?

  • Ija jabeeyyii taʼuu akka qabnu.—w18.03 31-32 key. 16

  • Nama sodaachuun kiyyoo akka namatti taʼu.—it-2-E 587 key. 3

  • Obboloota itti gaafatamummaa qaban dabalatee, sabni Yihowaa hundi mudaa kan qaban taʼuu isaanii.—w10 6/15 17-18 key. 12

  • Jibba halaalaa nu keessa jiru buqqisnee gatuuf carraaqqii wal irraa hin cinne gochuu akka qabnu.—w18.08 9 key. 5

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi