LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Waxabajjii ful. 5
  • “Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Waxabajjii ful. 5
Nama miʼa waraanaa guutuu taʼe uffate tokko

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | EFESOON 4-6

“Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”

6:11-17

Phaawulos ergamaan Kiristiyaanota loltoota waraana irra jiranii wajjin wal fakkeesseera. Diinonni keenya “humnoota hafuurota hamoo” taʼani dha. Yeroo ilaalamnu dadhaboo fi salphaatti kan miidhamnu fakkaannu illee, ‘miʼa waraanaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti kan uffanne’ yoo taʼe, gargaarsa Yihowaatiin waraanicha irratti moʼuu ni dandeenya.

Tokkoon tokkoon miʼa waraanaa fi wanta isaan bakka buʼan adda baasaa ibsaa

Tokkoon tokkoon miʼa waraanaa

IRRATTI XIINXALUUF: Miʼa waraanaa guutummaatti uffadheeraa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi