Firaankifarti, Jarmanitti Walgaʼii guddaan godhamuu isaa dura istaadiyeemii qulqulleessuu
Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Rakkinni nu irra gaʼu adaba Waaqayyo irraa dhufe akka hin taane akkamitti beekna?
Caqasa: Yaq 1:13
Yeroo Itti Aanuuf: Rakkinni kan nu irra gaʼu maaliifi?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Rakkinni kan nu irra gaʼu maaliifi?
Caqasa: 1Yo 5:19
Yeroo Itti Aanuuf: Rakkina nu irra gaʼu ilaalchisee Waaqayyotti maaltu dhagaʼama?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Rakkina nu irra gaʼu ilaalchisee Waaqayyotti maaltu dhagaʼama?
Caqasa: Isa 63:9
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo rakkina nu irra gaʼu balleessuuf tarkaanfii akkamii fudhata?