LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 8
  • Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Beeka

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Beeka
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Sabasaa Gammadoo Taʼan Walitti Sassaaba
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Walgaʼiiwwan Guguddaa Waggaa Waggaadhaan Godhannu Carraa Jaalala Itti Argisiisnu Nuuf Banu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Walgaʼiiwwan “Jaalalaa fi Hojii Gaariidhaaf Nu Kakaasan”
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
  • Waaqeffannaadhaaf Walitti Qabamuu
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 8
Obboleettota walgaʼii naannoo irratti harka walitti rukutaa jiran

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Beeka

Hojjetaan amanamaa fi ogeessi “yeroo sirrii taʼetti” nyaata nuuf kenna; kun immoo Yihowaan inni hojjetaa sana geggeessu wanta karaa hafuuraa nu barbaachisu akka beeku argisiisa. (Mat 24:45) Wantoota kana keessaa, walgaʼiiwwan naannoo keenyaa fi walgaʼii torban gidduutti goonu akka fakkeenyaatti caqasuu dandeenya.

VIIDIYOO GABAASA KOREE BARUMSAA KAN BARA 2017 JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Istaadiyomii walitti qabamtoota walgaʼii naannootiin guutamee jiru tokko

    Walgaʼiiwwan naannoo yeroo sirrii taʼetti nuuf qophaaʼaniif galateeffamuu kan qabu eenyu dha? Maaliif?

  • Hojiin walgaʼii naannoo kan jalqabu yoomi?

  • Kutaan Tajaajila Oodiyoo fi Viidiyoo, viidiyoo walgaʼii naannoo tokko yeroo waraabu

    Mata dureewwan walgaʼii naannoo kan filataman akkamitti?

  • Walgaʼiiwwan naannoo qopheessuun maalfaa dabalata?

  • Malli qoʼannaa mana barumsaa Giilʼaad, barumsawwan walgaʼiiwwan torban gidduutti godhaman qopheessuuf hojii irra kan oolu akkamitti?

  • Obboleessa barreeffama qoʼannaa walgaʼii qabatee jiru tokko

    Kutaawwan Betʼel adda addaa barreeffama qoʼannaa walgaʼii qopheessuuf waliin kan hojjetan akkamitti?

Qophii Yihowaan amantiin keenya cimee akka itti fufu gochuuf nuu kennuuf maaltu sitti dhagaʼama?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi