BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 24
Yisihaaqiif Haadha Manaa Barbaaduu
Tajaajilaan Abrahaam yeroo Yisihaaqiif haadha manaa barbaadaa turetti qajeelfama Yihowaa gaafateera. (Uma 24:42-44) Nutis murtoo cimaa tokko murteessuu keenya dura Yihowaan qajeelfama akka nuuf kennu gaafachuu qabna. Akkamitti?
Kadhachuudhaan
Dubbii Waaqayyoo fi barreeffamoota keenya irratti qorannoo gochuudhaan
Kiristiyaanota karaa hafuuraa gaʼeessota taʼan irraa gargaarsa gaafachuudhaan