LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 4
  • Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Filannaa Sirrii Gochuudhaan Dhaala Keessan Eeggadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Namoonni Karaa Hafuuraa Cimoo Taʼan Murtoo Gaarii Godhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Lakkuu Wal Hin Fakkaanne
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Wantoota Qulqulluu Ta’aniif Ilaalcha Yihowaan Qabu Qabduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 4
Obboleessi tokko wanta dubbise irratti xiinxalaa jira. Esaawu mirga angafummaa isaa ittoo waciitii tokkoon yommuu gurguru yaadaan ilaalaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 25-26

Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure

25:27-34

Esaawu “wantoota qulqulluu hin dinqisiifanne.” (Ibr 12:16) Kanaan kan kaʼes, mirga angafummaa isaa gurgureera. Kana malees dubartoota waaqolii tolfamoo waaqeffatan lama fuudheera.—Uma 26:34, 35.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Wantoota qulqulluu taʼan armaan gadii akkan dinqisiifadhu argisiisuu kanan danda’u akkamitti?’

  • Hariiroon Yihowaa wajjin qabu

  • Hafuura Qulqulluu

  • Maqaa Yihowaa isa qulqulluu taʼeen waamamuu

  • Tajaajila dirree

  • Walgaʼii Kiristiyaanaa

  • Gaaʼela

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi