LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • DUULA WARAQAA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 14–Ebla 7):
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 1
Yesuusii fi barattoonni isaa amanamoon Irbaata Gooftaa nyaachuuf walitti qabamanii taaʼaniiru.

Yesuus barattoota isaa amanamoo taʼanii wajjin kakuu gale

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kaayyoon Waaqayyo namootaaf qabu maali dha?

Caqasa: Uma 1:28

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamu

    bhs 29 key. 1

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka raawwatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Isa 55:11

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo isaa yeroo raawwatutti jireenyi maal fakkaata?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamu

    bhs 29 key. 2

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo isaa yeroo raawwatutti jireenyi maal fakkaata?

Caqasa: Far 37:10, 11

Yeroo Itti Aanuuf: Abdii Waaqayyo kenne irraa fayyadamuuf maal gochuu qabna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamu

    bhs 35 key. 17

DUULA WARAQAA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 14–Ebla 7):

“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesuusi dha.” Achiis waraqaa affeerrii nama sanaaf kenni. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera. Kana malees, haasaa ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi