Yoseef Gibxii keessatti yommuu hidhamee turetti Yihowaatti amanameera
Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Yommuu duunu maal taana?
Caqasa: Lal 9:5a
Yeroo Itti Aanuuf: Namoonni duʼan abdii qabuu?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Namoonni duʼan abdii qabuu?
Caqasa: Iyo 14:14, 15
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo namoota jaalannu yommuu duʼaa kaasu jireenyi maal fakkaata?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Waaqayyo namoota jaalannu yommuu duʼaa kaasu jireenyi maal fakkaata?
Caqasa: Isa 32:18
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo lafa kana irratti nagaa kan fidu akkamitti?