LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 8
  • Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Of Jajuun Sirriidhaa?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa

Namni tokko kan of jajuu fi kan of guguddisu yoo taʼe, nama kooru taʼuu isaa argisiisa; namoota isa dhagaʼanis hin jajjabeessu. Kitaabni Qulqulluun, “Namni si haa jaju malee, ati of hin jajin” kan jedhus kanaafi.—Fak 27:2.

VIIDIYOO MICHUU YIHOWAA TAʼI—GAD OF QABI JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Wantoonni namoonni ittiin of jajan tokko tokko maalfaʼi?

  • Kaaleb hiriyaa isaa duratti kan of jaje akkamitti?

  • Abbaan Kaaleb barumsa isaa akka hubatu kan isa gargaare akkamitti?

  • Pheexiros Tokkoffaan 5:5 kan gad of qabnu akka taanu kan nu gargaaru akkamitti?

Kaaleb badhaasa baayʼee guddaa taʼe irra dhaabbatee hiriyaa isaa isa lafa irra dhaabbatee jirutti yeroo of jaju.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi