LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 12
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Garaa Guutuudhaan Yihowaa Hordofaa

Kaaleb dargaggummaa isaatii kaasee Yihowaa hordofeera (Iya 14:7, 8)

Kaaleb yeroo booda hojii ulfaataa isaaf kenname raawwachuuf Yihowaatti amanameera (Iya 14:10-12; w04-AM 12/1 12 key. 2)

Kaaleb garaa guutuudhaan Yihowaa waan tajaajileef badhaasa argateera (Iya 14:13, 14; w06 10/1 17 key. 11)

Suuraawwan garaa garaa: Obboleettiin amanamtuu taate takka dullumni humna ishii daangessus wanta dandeessu gochaa jirti. 1. Kazaraa ishiitti hirkattee kadhachaa jirti. 2. Obboleettii shamarree taate takkaa wajjin tajaajila addabaabayii irratti hirmaachaa jirti. 3. Ijoollee xixinnoo gumii ishii jiranitti suuraa argisiisaa jirti. 4. Amanannaadhaan seeqaa jirti.

Kaaleb yommuu qajeelfama Yihowaa hordofuu fi eebba isaa argatu amantiin isaa guddateera. Nutis yommuu deebii kadhannaa keenyaa argannuu fi Yihowaan karaawwan kan birootiin qajeelfama akka nuu kenne yommuu hubannu tajaajilaa isaatti itti fufuuf jabina arganna.—1Yo 5:14, 15.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi