LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 6
  • Hojii Yihowaa Raawwachuuf Qophaaʼoo Taʼuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hojii Yihowaa Raawwachuuf Qophaaʼoo Taʼuu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hojiin Ati Hojjettu Namoota Biratti Beekamuu Dhiisuun Isaa Jijjiirama Fidu Qabaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Namoota Amanamoo Bara Durii —Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffaman
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Jaarraa Tokkoffaafi Yeroo Harʼaatti Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Eebba Yihowaa Garaadhaa Barbaadaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 6
Bazaaliʼelii fi Aholiiyab miʼawwan warqii godoo qulqullaaʼaadhaaf taʼan hojjechaa jiru. Namichi inni tokko qoochoo kiruubelotaa bocaa jira, inni tokko immoo warqii tumaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BAʼUU 35-36

Hojii Yihowaa Raawwachuuf Qophaaʼoo Taʼuu

35:25, 26, 30-35; 36:1, 2

Hafuurri Yihowaa Bazaaliʼelii fi Aholiiyab akkuma pilaanii balʼinaan ibsametti godoo qulqullaaʼaa akka ijaaran isaan gargaareera. (Fakkii fuula jalqabaa irra jiru ilaali.) Tajaajiltoonni Yihowaa yeroo harʼaas hafuura Yihowaa isa humna guddaa qabu argachuu ni dandaʼu. Maarree faayidaa irraa argachuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Tajaajila Yihowaadhaaf dhiheessinu irratti dandeettii keenya caalaatti guddifachuu akka dandeenyuuf hafuura qulqulluu isaa akka nuuf kennu kadhachuu qabna

  • Dubbii Waaqayyoo isa geggeessaa hafuura qulqulluutiin barreeffame dhimminee qoʼachuu qabna

  • Hojii nuuf kenname kam iyyuu raawwachuuf wanta nuuf dandaʼamu hunda gochuu qabna

Fakkii: Dhugaa Baatonni Yihowaa hojii tiʼookraasii adda addaa irratti hirmaachaa jiru. 1. Obboleettota hojii ijaarsaa irratti gargaarsa gochaa jiran. 2. Obboleessi tokko Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa geggeessuuf qophaaʼaa jira. 3. Obboleessi tokko nama suuqii keessaa hojjetuuf lallabaa jira; obboleessi isaa wajjin tajaajilu immoo namoota isaan morman ilaalaa jira. 4. Hiriyoota gaaʼelaa Mana Barumsa Labsitoota Wangeela Mootummichaa irratti hirmaachaa jiran.

Yihowaan hojiiwwan akkamiitiif si qopheessuu dandaʼa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi